Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
044

Ad-Dukhan 44:32 ولقد اخترناهم على علم على العالمين ٣٢

44:32
وَلَقَدِ
ٱخۡتَرۡنَٰهُمۡ
عَلَىٰ
عِلۡمٍ
عَلَى
ٱلۡعَٰلَمِينَ
٣٢
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Story of Musa and Fir`awn, and how the Children of Israel were saved

Allah tells us, `before these idolators, We tested the people of Fir`awn, the copts of Egypt.'

وَجَآءَهُمْ رَسُولٌ كَرِيمٌ

(when there came to them a noble Messenger) means, Musa, peace be upon him, the one to whom Allah spoke.

…

The Story of Musa and Fir`awn, and how the Children of Israel were saved

Allah tells us, `before these idolators, We tested the people of Fir`awn, the

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 44, Page 497, Juz 25

30. Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne. 31. Fir’awni irraa (ni baraarsine). Inni boonaa, daangaa dabritoota irraa ta’eera. 32. Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne. 33. Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine. 34. Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu: 35. “isheen tun hintaane Du’a teenya kan jalqabaa malee. Nuti (kana booda) kaafamoo miti. 36. Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.” 37. Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? isaan balleessine, Isaan yakkamtoota turan. 38. Samiilee, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne. 39. Dhugaan malee isaan lachan hin uumne. Garuu irra hedduun isaanii hin beekanu. 40. Guyyaan murtii beellama isaan hundaati. 41. Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha. 42. Nama Rabbiin rahmata godheef malee. Inni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute