Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
051

Adh-Dhariyat 51:49 ومن كل شيء خلقنا زوجين لعلكم تذكرون ٤٩

51:49
وَمِن
كُلِّ
شَيۡءٍ
خَلَقۡنَا
زَوۡجَيۡنِ
لَعَلَّكُمۡ
تَذَكَّرُونَ
٤٩
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Proofs of Allah's Oneness abound in the Creation of the Heavens and the Earth

Allah reminds us of the creating of the higher and lower worlds,

وَالسَّمَآءَ بَنَيْنَـهَا

(We constructed the heaven.) meaning, `We made it as a high roof, protected from falling,'

بِأَيْدٍ

(with Hands), meaning, with strength

…

Proofs of Allah's Oneness abound in the Creation of the Heavens and the Earth

Allah reminds us of the creating of the higher and lower worlds,

وَالسَّمَ
…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 51, Page 522, Juz 27

47. Samiis humnaan ishee ijaarre. Dhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha. 48. Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle! 49. Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne. 50. Gara Rabbii baqadhaa. Ani Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha. 51. Allaah wajjini gabbaramaa biraa hin taasisinaa. Ani Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha. 52. Akkasuma, ergamaan tokkos warra isaan dura turanitti hin dhufne, yoo isaan “falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhaniin malee. 53. Sila isa (sobsiisuu kana) waliif dhaamanii? Lakkisaa, isaanumatu ummata daangaa dabroodha. 54. Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti. 55. Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii. 56. Jinniifi ilma namaa haa na gabbaraniif malee hin uumne. 57. Hiree homaatuu isaan irraa hin fedhu. Akka Ana nyaachisanis hin fedhu. 58. Rabbiin Isatu akkaan hiree kennaa, abbaa humna cimaati. 59. Miidhaa raawwattootaaf qooda adabaa kan akka adabbii fakkaattota isaaniitu jiraafii akka Nan jarjarfanne. 60. Warra kafaraniif guyyaa isaanii kan beellama godhaman keessatti badiin isaaniif mirkanaa’eera.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute