Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
046

Al-Ahqaf 46:21 ۞ واذكر اخا عاد اذ انذر قومه بالاحقاف وقد خلت النذر من بين يديه ومن خلفه الا تعبدوا الا الله اني اخاف عليكم عذاب يوم عظيم ٢١

46:21
۞ وَٱذۡكُرۡ
أَخَا
عَادٍ
إِذۡ
أَنذَرَ
قَوۡمَهُۥ
بِٱلۡأَحۡقَافِ
وَقَدۡ
خَلَتِ
ٱلنُّذُرُ
مِنۢ
بَيۡنِ
يَدَيۡهِ
وَمِنۡ
خَلۡفِهِۦٓ
أَلَّا
تَعۡبُدُوٓاْ
إِلَّا
ٱللَّهَ
إِنِّيٓ
أَخَافُ
عَلَيۡكُمۡ
عَذَابَ
يَوۡمٍ
عَظِيمٖ
٢١
obboleessa Aad (Huud) yaadadhu, yeroo Ahqaafitti ummata isaa dinniine. Isa duraafi isa boodas sodaachiftoonni dabartee turte. “Allaah malee waan biraa hin gabbarinaa; ani adabbii guyyaa guddaan isin irratti sodaadha” (jechuun).
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Story of `Ad

Allah says, consoling His Prophet in regard to the rejection of those who opposed him among his people,

وَاذْكُرْ أَخَا عَادٍ

(And remember the brother of `Ad,) This refers to Hud, peace be upon in him. Allah sent him to the first people of `Ad who inhabited Al-Ahqaf. Ahqaf is plural o

…

The Story of `Ad

Allah says, consoling His Prophet in regard to the rejection of those who opposed him among his people,

وَاذْكُرْ أَخَا عَادٍ

(And remem

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 46, Page 505, Juz 26

21. obboleessa Aad (Huud) yaadadhu, yeroo Ahqaafitti ummata isaa dinniine. Isa duraafi isa boodas sodaachiftoonni dabartee turte. “Allaah malee waan biraa hin gabbarinaa; ani adabbii guyyaa guddaan isin irratti sodaadha” (jechuun). 22. (Ummanni isaas) ni jedhan: “Sila ati gooftolii keenya irraa akka gara nu galchituuf nutti dhuftee? waan nuun sodaachiftuun nutti koottu Yoo warra dhugaa dubbatan irraa taateef.” 23. (Huud) ni jedhe: “Beekumsi (adabbittii) Allaah bira jira. Ani waanuman ittiin ergame qofan isinitti geessa. Garuu ani ummata wollaaloo ta’uun isin arga.” 24. Yeroo isa (adabicha) (duumessa fakkaatee) gara laggeen isaanii garagalee dhufaa ta’uu argan: “kun duumessa nuuf roobu” jedhan. “Lakkisaa! Inni waan isa jarjarfachaa turtan sanii; bubbee adabbiin laalessaan isa keessa jiruudha” (jedhaman). 25. Waan hunda ajaja Rabbii isheetiin balleessiti. Manneen isaanii malee wanti tokkos kan hin mul’anne ta’an. Akka kanatti namoota badii hojjatan mindeessina. 26. (Yaa Qureyshotaa!) dhugumatti, Nuti waan isiniif hin mijeessin isaaniif mijeessinee turre. Dhageettii, agartuuleefi qalbiilees isaaniif goonee. Dhageettiin, agartuuleefi qalbiileen isaanii homaa isaan irraa hin deebifne. waan aayatoota keenya mormaa turaniif. Wanti isaan qishnaa itti godhaa turan isaanitti qubate.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute