Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
033

Al-Ahzab 33:18 ۞ قد يعلم الله المعوقين منكم والقايلين لاخوانهم هلم الينا ولا ياتون الباس الا قليلا ١٨

33:18
۞ قَدۡ
يَعۡلَمُ
ٱللَّهُ
ٱلۡمُعَوِّقِينَ
مِنكُمۡ
وَٱلۡقَآئِلِينَ
لِإِخۡوَٰنِهِمۡ
هَلُمَّ
إِلَيۡنَاۖ
وَلَا
يَأۡتُونَ
ٱلۡبَأۡسَ
إِلَّا
قَلِيلًا
١٨
Dhugumatti Rabbiin nibeeka warra duubatti (namoota) deebasaniifi obboleeyyan isaaniitiin “gara keenya kottaa” jedhan. yeroo xiqqoo malee lola hin dhaqan.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

هَلُمَّ إِلَيْنَا

(Come here towards us,) meaning, come to where we are in the shade and enjoying fruits. But in spite of that,

وَلاَ يَأْتُونَ الْبَأْسَ إِلاَّ قَلِيلاً
أَشِحَّةً عَلَيْكُمْ

(they come not to the battle except a little, being miserly towards you.) i.e., `they are mean and have n

…

هَلُمَّ إِلَيْنَا

(Come here towards us,) meaning, come to where we are in the shade and enjoying fruits. But in spite of that,

وَلاَ يَأْتُونَ الْب
…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 33, Page 420, Juz 21

16. “Yoo du’a yookiin ajjeechaa irraa baqattan ta’e baqachuun isin hin fayyadu. Yeroo san xiqqoo malee hin qanansiifamtanu” jedhiin. 17. Jedhi: “Yoo Inni hamtuu isinitti yaade yookiin rahmata isiniif fedhe, ka Rabbi irraa isin baraaru eenyu? Rabbiin ala jaalalleefi tumsaa isaaniif hin argatanu. 18. Dhugumatti Rabbiin nibeeka warra duubatti (namoota) deebasaniifi obboleeyyan isaaniitiin “gara keenya kottaa” jedhan. yeroo xiqqoo malee lola hin dhaqan. 19. (Boojuu argachuu keessan) isin irratti doynoomoo ta’anii (malee lola hin dhufanu); yeroo sodaan (isaanitti) dhufe, akka isa du’aaf gaggabeetti kan ijjoowwan isaanii naannoftu ta’anii gara kee ilaalan isaan agarta. Yeroo sodaan deeme immoo qabeenya irratti bololoo ta’anii arraboota qaraan isin waraanu. Jarri sun hin amanne; Rabbiin dalagaalee isaanii jalaa balleesseera. kun Rabbi irratti laafaa ta’eera. 20. (Munaafiqoonni) Tuutni kaafiraa hin deemne jedhanii yaadu. Yoo gamtaan diinaa dhufe immoo, (baadiyyaatti) bahanii tikfattoota keessatti (ta’anii) oduulee keessan irraa gaggaafachuu jaallatu. Odoo isin keessa ta’aniillee xiqqoo malee hin lolan ture.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute