Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
033

Al-Ahzab 33:71 يصلح لكم اعمالكم ويغفر لكم ذنوبكم ومن يطع الله ورسوله فقد فاز فوزا عظيما ٧١

33:71
يُصۡلِحۡ
لَكُمۡ
أَعۡمَٰلَكُمۡ
وَيَغۡفِرۡ
لَكُمۡ
ذُنُوبَكُمۡۗ
وَمَن
يُطِعِ
ٱللَّهَ
وَرَسُولَهُۥ
فَقَدۡ
فَازَ
فَوۡزًا
عَظِيمًا
٧١
Dalagaalee keessanis isiniif tolcha; badiiwwan keessaniis isiniif araarama, Namni ajaja Rabbiifi ergamaa Isaa fudhate dhugumatti milkii guddaa milkaa’eera.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Command to the Believers to have Taqwa and speak the Truth

Here Allah commands His servants to have Taqwa of Him, worshipping Him as if they can see Him, and to

قَوْلاً سَدِيداً

(speak (always) the truth.) meaning, to speak in a straightforward manner, with no crookedness or distortion. He promises

…

The Command to the Believers to have Taqwa and speak the Truth

Here Allah commands His servants to have Taqwa of Him, worshipping Him as if they can se

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 33, Page 427, Juz 22

69. Yaa warra amantan! Akka warra Muusaa rakkifnaani hintahinaa. Rabbiin waan isaan jedhan irraa isa (Muusaa) qulqulleesse. Innis Rabbiin biratti kabajamaa ta’eera. 70. Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaa; jecha sirrii dubbadhaa. 71. Dalagaalee keessanis isiniif tolcha; badiiwwan keessaniis isiniif araarama, Namni ajaja Rabbiifi ergamaa Isaa fudhate dhugumatti milkii guddaa milkaa’eera. 72. Nuti amaanaa samii, dachiifi gaarreen irra (bifa filannootiin) fidne, ishee baadhachuu didanii; ishee irraas sodaatan, Namni immoo ishee baadhate, inni akkaan of miidhaa, wallaalaa ta’ee jira. 73. Rabbiin munaafiqoota dhiiraafi dubartii, mushrikoota dhiiraafi dubartiis adabuufi akkasumas Rabbiin mu’uminoota dhiiraafi dubartii irraa tawbaa qeebaluuf jecha (kana godhe). Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta’eera.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute