Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
006

Al-An'am 6:123 وكذالك جعلنا في كل قرية اكابر مجرميها ليمكروا فيها وما يمكرون الا بانفسهم وما يشعرون ١٢٣

6:123
وَكَذَٰلِكَ
جَعَلۡنَا
فِي
كُلِّ
قَرۡيَةٍ
أَكَٰبِرَ
مُجۡرِمِيهَا
لِيَمۡكُرُواْ
فِيهَاۖ
وَمَا
يَمۡكُرُونَ
إِلَّا
بِأَنفُسِهِمۡ
وَمَا
يَشۡعُرُونَ
١٢٣
Akkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif goone. Hin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Evil Plots of the Leaders of the Criminals and their Subsequent Demise

Allah says: Just as We appointed chiefs and leaders for the criminals who call to disbelief, hinder from the path of Allah, and oppose and defy you in your town, O Muhammad. Such was also the case with the Messengers before you, w

…

Evil Plots of the Leaders of the Criminals and their Subsequent Demise

Allah says: Just as We appointed chiefs and leaders for the criminals who call t

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 6, Page 143, Juz 8

122. Sila namni du’aa turee ergasii isa jiraachifnee ifaa isaaf goone, kan isaan nama keessa deemu, akka fakkii nama dukkanoowwan keessa jiru, kan ishee irraa hin baanee ta'aa? Akka kanatti kaafirootaaf wanti isaan dalagaa turan miidhagfame. 123. Akkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif goone. Hin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu. 124. Yeroo mallattoon isaanitti dhufte "hanga fakkaataan waan ergamoonni Rabbii kennamanii nuuf kennamutti hin amannu" jedhu. Rabbiin ergaa Isaa eessa akka kaayu akkaan beeka. Warra badii hojjatan Rabbiin biratti xiqqeenyaafi adabbii cimaa ta’etu (isaan) tuqa.waan isaan dhara karoorsaa turaniif.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute