Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
006

Al-An'am 6:147 فان كذبوك فقل ربكم ذو رحمة واسعة ولا يرد باسه عن القوم المجرمين ١٤٧

6:147
فَإِن
كَذَّبُوكَ
فَقُل
رَّبُّكُمۡ
ذُو
رَحۡمَةٖ
وَٰسِعَةٖ
وَلَا
يُرَدُّ
بَأۡسُهُۥ
عَنِ
ٱلۡقَوۡمِ
ٱلۡمُجۡرِمِينَ
١٤٧
Yoo isaan si kijibsiisan "Gooftaan keessan abbaa rahmata bal’aati, adabbiin Isaaa ummata yakkamaa irraa hin deebifamu" jedhiin.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

فَقُل رَّبُّكُمْ ذُو رَحْمَةٍ وَسِعَةٍ

(Say: "Your Lord is the Owner of vast mercy...") encouraging them to seek Allah's vast mercy and follow His Messenger,

وَلاَ يُرَدُّ بَأْسُهُ عَنِ الْقَوْمِ الْمُجْرِمِينَ

(and never will His wrath be turned back from the people who are criminals.) discouraging th

…

فَقُل رَّبُّكُمْ ذُو رَحْمَةٍ وَسِعَةٍ

(Say: "Your Lord is the Owner of vast mercy...") encouraging them to seek Allah's vast mercy and follow His Mess

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 6, Page 148, Juz 8

145. Jedhi: "Ani waan gara kiyyatti wahyii godhame keessatti nama isa nyaatu irratti dhorgamaa hin argu yoo du’aa (baktii) yookiin dhiiga dhangala’aa yookiin foon Booyyee, inni najisa, yookiin fincila waan Rabbiin alaatiif gorra’ame malee ." Namni halaalaa jiruu haraamatti darbuufi nyaata keessatti daangaa dabruun maletti rakkifame dhugumatti, Gooftaan kee araaramaa, rahmata godhaadha. 146. Warra yahuudoman irratti abbaa qeensaa hunda haraama taasifnee jirra. Sa'aa, busaa'ee (re’eefi hoolaa) irraas cooma isaan lamaanii, isaan irratti haraama taasifnee jirra, waan dugdi isaaniitiifi marrimaan isaanii baatte (malee) yookiin waan lafeetti makame malee. Kana daangaa dabruu isaaniitiif isaanii galata galchine (isaan adabne). Nuti dhugaa dubbatoodha. 147. Yoo isaan si kijibsiisan "Gooftaan keessan abbaa rahmata bal’aati, adabbiin Isaaa ummata yakkamaa irraa hin deebifamu" jedhiin.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute