Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
007

Al-A'raf 7:115 قالوا يا موسى اما ان تلقي واما ان نكون نحن الملقين ١١٥

7:115
قَالُواْ
يَٰمُوسَىٰٓ
إِمَّآ
أَن
تُلۡقِيَ
وَإِمَّآ
أَن
نَّكُونَ
نَحۡنُ
ٱلۡمُلۡقِينَ
١١٥
"Yaa Muusaa! yookaa ati darbachuu yooka nuti darbattoota tahuu " jedhan.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

إِمَّآ أَن تُلْقِىَ وَإِمَّآ أَن نَّكُونَ نَحْنُ الْمُلْقِينَ

(Either you throw (first), or shall we have the (first) throw) before you. In another Ayah, they said,

وَإِمَّآ أَن نَّكُونَ أَوَّلَ مَنْ أَلْقَى

(Or we be the first to throw) 20:65. Musa said to them, you throw first. It was said that the

…
إِمَّآ أَن تُلْقِىَ وَإِمَّآ أَن نَّكُونَ نَحْنُ الْمُلْقِينَ

(Either you throw (first), or shall we have the (first) throw) before you. In another Aya

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 7, Page 164, Juz 9

109. Qondaalonni ummata Fir’awni irraa ta'an ni jedhan: "Inni kun Dhugumatti, saahiree (falfalaa) beekaadha. 110. Dachii keessan irraa isin baasuu fedha; maal ajajjuree?" (jedheen). 111. [Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisi, Magaalota keessa walitti qabdoota ergi. 112. Falfalaa beekaa hundaan sitti dhufu." 113. Saahiroonni gara Fir’awni dhufanii "yoo nuti kan injifannu taane mindaan nuuf jiraa?" jedhan. 114. [Inni] "Eeyyeen Isin warra (natti) dhiyeeffamu irraayi" jedheen. 115. "Yaa Muusaa! yookaa ati darbachuu yooka nuti darbattoota tahuu " jedhan. 116. "Darbadhaa" jedhe, Yeroma (funyoo isaanii) darbatan ija namootaa falfalanii isaan shoorarkeesan, Sihrii guddaan dhufan. 117. Gara Muusaatti "ulee kee darbi" (jechuun) beeksisa goone, Achumaan isheen waan isaan kijiban ni liqimsiti. 118. Dhugaan ni mirkanaa’e; wanti isaan hojjataa turan ni bade. 119. Achitti ni injifataman; salphattoota ta’anii deebi’an. 120. Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan ta'anii kufan. 121. Ni jedhan: "Gooftaa aalamootaatti amanneerra. 122. Gooftaa Muusaafi Haaruunitti." 123. Fir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti mari’attaniidha jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha. Fuulduratti beekuuf jiraattu. 124. Dhugumatti,ninmura harkoowwan keessaniifi miilleen keessan wal faallessuunan, eegasii hunda keessaniiyyuu nan fannisa." 125. Isaanis "Nuti Dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa deebi’oo dha" jedhan. 126. "Mallattooleen Gooftaa keenyaa yeroma nutti dhuftu itti amanuu (keenya) malee wanti nurraa haaloo bahattu hin jiru, Gooftaa keenya! obsa nurratti dhangalaasi, Muslimoota godhii nu ajjeesi" (jedhan)

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute