Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
002

Al-Baqarah 2:147 الحق من ربك فلا تكونن من الممترين ١٤٧

2:147
ٱلۡحَقُّ
مِن
رَّبِّكَ
فَلَا
تَكُونَنَّ
مِنَ
ٱلۡمُمۡتَرِينَ
١٤٧
Dhugaan Gooftaa kee irraayi, Kanaafuu warra shakkan irraa hin ta’in.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Jews know that the Prophet is True, but they hide the Truth

Allah states that the scholars of the People of the Scripture know the truth of what Allah's Messenger ﷺ was sent with, just as one of them knows his own child, which is a parable that the Arabs use to describe what is very apparent. Si

…

The Jews know that the Prophet is True, but they hide the Truth

Allah states that the scholars of the People of the Scripture know the truth of what Al

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 2, Page 23, Juz 2

144. Dhugumatti, gara samii deddeebi’uu fuula keetii arginee jirra. Gara qiblaa ati jaallattuu si deebisuuf jirra. (Ammuma) fuula kee gara Masjidal-Haraam (Ka’abaatti) gara galchi. Eessattillee yoo taatan fuula keessan gara isaa gara galchaa. Dhugumatti, warri kitaabni kennameef akka inni dhugaa Gooftaa isaanii irraa ta'e ni beeku. Rabbiinis waan isaan hojjatan irraa dagataa miti. 145. |Odoo warra kitaabni isaaniif kennametti mallattoo hundaan itti dhufteeyyuu qiblaa kee hin hordofan. Atis qiblaa isaanii kan hordoftu hin taane. Gariin isaaniis qiblaa garii isaanii kan hordofan hin taane. Dhugumatti, erga beekumsa irraa waa sitti dhufee booda odoo fedhiilee lubbuu isaanii hordoftee, ati yoos warra akkaan miidhaa hojjatanu irraa taata turte. 146. Warri Nuti kitaaba isaaniif kennine akkuma ilmaan ofii beekanitti isa (Ergamicha) beekan. Dhugumatti gareen isaan irraa ta’e odoo beekanuu dhugaa dhoksu. 147. Dhugaan Gooftaa kee irraayi, Kanaafuu warra shakkan irraa hin ta’in.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute