Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
002

Al-Baqarah 2:201 ومنهم من يقول ربنا اتنا في الدنيا حسنة وفي الاخرة حسنة وقنا عذاب النار ٢٠١

2:201
وَمِنۡهُم
مَّن
يَقُولُ
رَبَّنَآ
ءَاتِنَا
فِي
ٱلدُّنۡيَا
حَسَنَةٗ
وَفِي
ٱلۡأٓخِرَةِ
حَسَنَةٗ
وَقِنَا
عَذَابَ
ٱلنَّارِ
٢٠١
Isaan irraas nama "Gooftaa keenya! Duuniyaatti toltuu, Aakhirattis toltuu nuuf kenni, adabbii ibiddaa irraa nu baraari" jedhantu jiru.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Order for Remembrance of Allah and seeking Good in this Life and the Hereafter upon completing the Rites of Hajj

Allah commands that He be remembered after the rituals are performed.

كَذِكْرِكُمْ ءَابَآءَكُمْ

(...as you remember your forefathers)

Sa`id bin Jubayr said that Ibn `Abbas said, "During t

…

The Order for Remembrance of Allah and seeking Good in this Life and the Hereafter upon completing the Rites of Hajj

Allah commands that He be remember

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 2, Page 31, Juz 2

197. Hajjiin ji’oota beekamoodha. Namni isaan keessa hajjii ofitti murteesse (ihraama godhate), hajjii keessatti qunnamtii saalaa gochuu, finciluufi falmii gaggeessuu hin qabu,Toltuu irraa waan isin hojjattan Rabbiin ni beeka, Galaa guduunfadhaa; dhugumatti caalaan galaa sodaa Rabbiiti, Yaa warra qalbii qabdan Anuma sodaadhaa! 198. (Yeroo hajjii keessa) tola Rabbii keessanii irraa yoo barbaaddattan badiin isin irra hin jiru, Yeroo Arafaa irraa dachaatan Mash’aral Haraam biratti Rabbiin faarsaa, Akkuma Inni isin qajeelchetti isa zakkaraa; sanaan dura warra jallatoorraa turtan. 199. (Yaa Qurayshotaa!) ergasii bakka namoonni yaa'aniin yaa'aa, Rabbiin araarama kadhaa, Dhugumatti Rabbiin mararfataa rahmata godhaadha. 200. Yeroo hojii hajjii raawwattan, akkuma abbootii keessan faarsitanitti yookiin faaruu sana caalu Rabbiin zakkaraa, Namoota irraa kan “yaa Rabbii keenya addunyaa irratti (gaarii) nuuf kenni” jedhutu jira. Akhiratti qoonni wahiitu isaaf hintaane. 201. Isaan irraas nama "Gooftaa keenya! Duuniyaatti toltuu, Aakhirattis toltuu nuuf kenni, adabbii ibiddaa irraa nu baraari" jedhantu jiru. 202. Warra san isaaniif waan hojjatan irraa qoodatu jira, Rabbiin saffisaa qormaataati.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute