Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
002

Al-Baqarah 2:248 وقال لهم نبيهم ان اية ملكه ان ياتيكم التابوت فيه سكينة من ربكم وبقية مما ترك ال موسى وال هارون تحمله الملايكة ان في ذالك لاية لكم ان كنتم مومنين ٢٤٨

2:248
وَقَالَ
لَهُمۡ
نَبِيُّهُمۡ
إِنَّ
ءَايَةَ
مُلۡكِهِۦٓ
أَن
يَأۡتِيَكُمُ
ٱلتَّابُوتُ
فِيهِ
سَكِينَةٞ
مِّن
رَّبِّكُمۡ
وَبَقِيَّةٞ
مِّمَّا
تَرَكَ
ءَالُ
مُوسَىٰ
وَءَالُ
هَٰرُونَ
تَحۡمِلُهُ
ٱلۡمَلَٰٓئِكَةُۚ
إِنَّ
فِي
ذَٰلِكَ
لَأٓيَةٗ
لَّكُمۡ
إِن
كُنتُم
مُّؤۡمِنِينَ
٢٤٨
Nabbiyyiin isaaniis isaaniin ni jedhe: "Dhugumatti, mallattoon mootummaa isaa sanduuqni isinitti dhufuudha.kan isa keessa tasgabbiin Gooftaa keessan irraa ta’ee jiru. kan hanbaan waan maatiin Muusaafi maatiin Haaruun dhiisan irraa ta’e isa keessa jiru. malaa’ikoonni isa baadhatan (isinitti dhufuudha), Dhugumatti,kana keessa mallattootu isiniif jira yoo mu’uminoota taataniif.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Their Prophet then proclaimed, "The sign of the blessings of Talut's kingship over you is that Allah will give you back the Tabut (wooden box) that has been taken from you." Allah said:

فِيهِ سَكِينَةٌ مِّن رَّبِّكُمْ

(wherein is Sakinah from your Lord) meaning, peace (or grace) and reassurance. `Abd

…

Their Prophet then proclaimed, "The sign of the blessings of Talut's kingship over you is that Allah will give you back the Tabut (wooden box) that ha

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 2, Page 40, Juz 2

247. Nabiyyiin isaaniis isaaniin jedhe: "Dhugumatti, Rabbiin Xaaluutiin mootii godhee isiniif ergeera." [Isaan] nijedhan akkamiin nurratti mootummaan isaaf ta’a? nuutu isarra haqa mootomutti, bal'inna qabeenyarraa tahes hinkennamne. Ni jedhe: "Dhugumatti, Rabbiin isin irratti isa file, beekumsaafi qaama keessattis bal'ina isaaf dabale. Rabbiin mootummaa Isaa nama fedheef kenna. Rabbiin (arjummaan isaa) bal’aa, beekaadha." 248. Nabbiyyiin isaaniis isaaniin ni jedhe: "Dhugumatti, mallattoon mootummaa isaa sanduuqni isinitti dhufuudha.kan isa keessa tasgabbiin Gooftaa keessan irraa ta’ee jiru. kan hanbaan waan maatiin Muusaafi maatiin Haaruun dhiisan irraa ta’e isa keessa jiru. malaa’ikoonni isa baadhatan (isinitti dhufuudha), Dhugumatti,kana keessa mallattootu isiniif jira yoo mu’uminoota taataniif.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute