Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
057

Al-Hadid 57:6 يولج الليل في النهار ويولج النهار في الليل وهو عليم بذات الصدور ٦

57:6
يُولِجُ
ٱلَّيۡلَ
فِي
ٱلنَّهَارِ
وَيُولِجُ
ٱلنَّهَارَ
فِي
ٱلَّيۡلِۚ
وَهُوَ
عَلِيمُۢ
بِذَاتِ
ٱلصُّدُورِ
٦
Halkan guyyaa keessa galcha; guyyaas halkan keessa galcha. Inni beekaa waan qomoota keessa jiruuti.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Allah's Knowledge, Power and Kingdom are Limitless

Allah the Exalted states that He created the heavens and earth, and all that is between them, in six Days and then rose over the Throne after He created them. We discussed this before in the explanation of Surat Al-A`raf, so it is not necessary to re

…

Allah's Knowledge, Power and Kingdom are Limitless

Allah the Exalted states that He created the heavens and earth, and all that is between them, in six

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 57, Page 538, Juz 27

1. Wanti samiileefi dachii keessa jiru hundi Rabbiin qulqulleesse. Inni injifataa, Ogeessa. 2. Mootummaan samiileefi dachii kan Isaati. Inni ni jiraachisa; ni ajjeesas. Inni waan hunda irratti danda’aadha. 3. Inni duruma jira; kan boodaatis; mul’ataadha; dhokataadha Inni waan hunda beekaadha. 4. Inni Isa samiileefi dachii guyyoota jaha keessatti uumee; ergasii ‘Arshii’ irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedha. Waan dachii keessa gadi seenu nibeeka, waan ishee irraa ba’us, waan samii irraa bu’us, waan ishee keessa ol ba’us (ni beeka). Inni eessallee yoo jiraattan isin waliin jira. Rabbiin waan isin dalagdan hunda ni arga. 5. Mootummaan samiileefi dachii kan Isaati. Dhimmoonni gara Rabbiitti deebifamti. 6. Halkan guyyaa keessa galcha; guyyaas halkan keessa galcha. Inni beekaa waan qomoota keessa jiruuti.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute