Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
015

Al-Hijr 15:33 قال لم اكن لاسجد لبشر خلقته من صلصال من حما مسنون ٣٣

15:33
قَالَ
لَمۡ
أَكُن
لِّأَسۡجُدَ
لِبَشَرٍ
خَلَقۡتَهُۥ
مِن
صَلۡصَٰلٖ
مِّنۡ
حَمَإٖ
مَّسۡنُونٖ
٣٣
[Inni] nijedhe “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef kan sujuudu hintaane”.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The creation of Adam, the Command to the Angels to prostrate to Him, and the Rebellion of Iblis

Allah informs us of how He mentioned Adam to His angels before He created him, and how He honored him by commanding the angels to prostrate to him. He mentions how His enemy Iblis, amidst all the angels, r

…

The creation of Adam, the Command to the Angels to prostrate to Him, and the Rebellion of Iblis

Allah informs us of how He mentioned Adam to His angels

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 15, Page 264, Juz 14

26. Dhugumatti Nuti nama (Aadamiin) suphee dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumne. 27. Jinnii (Ibliisiin) immoo duraan ibidda boba’aa irraa isa uumne. 28. Yeroo Gooftaan kee maleeykotaan jedhe [yaadadhu]:“Ani nama suphee (faara) dhoqqee jijjiiramarraa ta’e irraa uumaadha. 29. Yeroo Ani isa sirreessee ruuhii (uumaa) kiyya irraa ta’e isa keessatti afuufe, sujuuddota ta’aatii isaaf kufaa. 30. Maleeykonni hundi walumaa galatti sujuuda bu’an. 31. Ibliis malee inni warra sujuuda bu’an wajji ta’uu dide. 32. (Rabbiin) “Yaa Ibliis! Maaliif warra sujuuda bu’an wajji ta’uu didde?” jedheen. 33. [Inni] nijedhe “Ani nama Ati suphee (faara) dhoqqee jijjiiramaa ta’e irraa uumteef kan sujuudu hintaane”. 34. (Rabbiinis)nijedheen “ishee irraa ba’i; Ati darbamaadha. 35. Dhugumatti hanga Guyyaa Murtiitti abaarsi sirratti jiraata.” 36. “Gooftaa kiyya! Hanga guyyaa kaafamaatti na tursiisi” jedhe. 37. (Rabbiinis) “Dhugumatti, ati tursiifamtoota irraayi” jedhe. 38. “Hanga guyyaa yeroo beekaamaatti.” 39. (Ibliis) ni jedhe: “Gooftaa kiyya! na jallisuu keetiin kakadhee, dhugumatti dachii keessatti (karaa jallinaa) isaaniif miidhagseen hunda isaanii isaan jallisa. 40. isaan irraa Gabroota kee qulqulleeffamoota malee. 41. (Rabbiin) ni jedhe: “Kun karaa qajeelaa (isa eeguun) narratti ta’eedha. 42. Dhugumatti, gabroota kiyya irratti dandeettiin tokkoyyuu siif hin jiru. Jallattoota irraa warra si hordofan malee. 43. Dhugumatti jahannam (isaafi hordoftoota isaatiif) beellamamaa isaan hundaati. 44. Isheedhaaf balbala torbatu jira. Tokko tokkoo balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu jira.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute