Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
015

Al-Hijr 15:73 فاخذتهم الصيحة مشرقين ٧٣

15:73
فَأَخَذَتۡهُمُ
ٱلصَّيۡحَةُ
مُشۡرِقِينَ
٧٣
Iyyattiin isaan qabatte aduu baasifatootahanii.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Destruction of the People of Lut

Allah said;

فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ

(So the Sayhah overtook them) This is the piercing sound that came to them when the sun rose, which was accompanied by the city being flipped upside down, and stones of baked clay (As-Sijjil) raining down upon them. The discuss

…

The Destruction of the People of Lut

Allah said;

فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ

(So the Sayhah overtook them) This is the piercing sound that came to them wh

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 15, Page 266, Juz 14

61. Yeroma ergamtoonni maatii Luuxitti dhufanu. 62. “Isin ummata wallaalamoodha” jedhe. 63. “nuti waan isaan isa keessatti shakkaa turaniin sitti dhufne” jedhan. 64. “Dhugaadhaan sitti dhufne, Dhugumatti nuti dhugaa dubbattoota. 65. Cittuu halkan irraa taateen maatii keetiin deemi; Duubaawwan isaanii hordofi, Isin irraa namni tokkos of duuba hin mil’atin; gara iddoo ajajamtanii deemaa.” 66. Ajaja sanas "xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii muramaadha” jechuun gara isaatti murteessine. 67. Jiraattonni magaalaa kan wal gammachiisan ta’anii dhufan. 68. (Luuxis ni jedhe): “isaan kun keessumoota kiyyaa, nan xiqqeessinaa” jedhe. 69. “Rabbiin sodaadhaa; nan xiqqeessinaa.” 70. (Namoonni magaalattii) “Sila nuti aalama (keessummeessuu) irraa si hin dhorginee?” jedhan. 71. (Luux) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif (isaan fuudhaa).” 72. (Yaa Muhammad!) Jireenya keetti kakadhee! Dhugumatti, isaan machii isaanii kessa dhama’u. 73. Iyyattiin isaan qabatte aduu baasifatootahanii. 74. Gubbaa ishee jala ishee taasifnee (gara galchine), dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine. 75. Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira. 76. Isheen (magaalattiin) daandii (guddaa) qajeelaa irra jirti. 77. Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti. 78. warri eeykaa (bosonaa) dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an. 79. Haaloo isaan irraa ba’anne. Dhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra jiru.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute