Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
015

Al-Hijr 15:88 لا تمدن عينيك الى ما متعنا به ازواجا منهم ولا تحزن عليهم واخفض جناحك للمومنين ٨٨

15:88
لَا
تَمُدَّنَّ
عَيۡنَيۡكَ
إِلَىٰ
مَا
مَتَّعۡنَا
بِهِۦٓ
أَزۡوَٰجٗا
مِّنۡهُمۡ
وَلَا
تَحۡزَنۡ
عَلَيۡهِمۡ
وَٱخۡفِضۡ
جَنَاحَكَ
لِلۡمُؤۡمِنِينَ
٨٨
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irratti hin gaddin; kooluu kee Mu’uminootaaf gadi qabi.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

A Reminder of the Blessing of the Qur'an and the Command to focus on its Message

Allah is saying to His Prophet : Since We have given you the Grand Qur'an, then do not look at this world and its attractions, or the transient delights that we have given to its people in order to test them. Do not envy

…

A Reminder of the Blessing of the Qur'an and the Command to focus on its Message

Allah is saying to His Prophet : Since We have given you the Grand Qur

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 15, Page 266, Juz 14

87. Dhugumatti Nuti dorban deddeebi'aa fii Qur’aana guddaa siif kenninee jirra. 88. Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irratti hin gaddin; kooluu kee Mu’uminootaaf gadi qabi. 89. “Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi. 90. Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne. 91. Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran). 92. Gooftaa keetti kakannee! dhugumatti hunda isaanii ni gaafanna. 93. Waan isaan dalagaa turan irraa. 94. Waan itti ajajamte ifatti labsi; Mushrikoota irraa garagali. 95. Nuti qishnitoota siif geenyeerra. 96. (Isaan) warra Rabbii wajjiin gabbaramaa biraa godhan; fuulduratti beeku. 97. Dhugumatti waan isaan jedhanuun qomti kee rakkachuu ni beekna. 98. Gooftaa kee faarsuu wajjin Isa qulqulleessi, Warra sujuudan irraa ta’i. 99. Hanga dhugaan (duuti) sitti dhufutti Gooftaa kee gabbari.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute