Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
017

Al-Isra 17:3 ذرية من حملنا مع نوح انه كان عبدا شكورا ٣

17:3
ذُرِّيَّةَ
مَنۡ
حَمَلۡنَا
مَعَ
نُوحٍۚ
إِنَّهُۥ
كَانَ
عَبۡدٗا
شَكُورٗا
٣
(Yaa) sanyii namoota Nuuh wajjin (doonii) yaabbachiifne! Dhugumatti, inni gabricha galatoomfataa ture.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Musa and how He was given the Tawrah

When Allah mentions how He took His servant Muhammad ﷺ, on the Journey by Night, He follows it by mentioning Musa, His servant and Messenger who also spoke with Him. Allah often mentions Muhammad ﷺ and Musa (AH.) together, may the peace and blessings of Allah be u

…

Musa and how He was given the Tawrah

When Allah mentions how He took His servant Muhammad ﷺ, on the Journey by Night, He follows it by mentioning Musa,

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 17, Page 282, Juz 15

2. Muusaaf kitaaba kenninee Ilmaan Israa’iilif qajeelfama isa goone “anaa gaditti hirkoo hin godhatinaa”(jechuun). 3. (Yaa) sanyii namoota Nuuh wajjin (doonii) yaabbachiifne! Dhugumatti, inni gabricha galatoomfataa ture. 4. Gara Ilmaan Israa’iil kitaaba keessatti beeksisa goonee jirra “dhugumatti isin dachii keessatti yeroo lama badii dalagdu; of tuulummaa guddaa of tuuluuf jirtu” (jechuun). 5. Isaan lamaan irraa waadaan jalqabaa yeroo dhufe, gabroota Nuuf ta’an kan lolatti cimaa isin irratti ergine. Isaan manneen keessa ni deddeebi’an (nisakatta'an). (Waadichis) waadaa raawwatamaa ta’eera 6. Ergasii isaan irratti dabaree injifannoo isiniif deebifnee, qabeenyaaleefi ilmaanis isiniif daballe, Gama gosaatiinis baay’ee isin taasifne. 7. Yoo toltuu hojjattan lubbuma keessaniif toltuu hojjattu. Yoo hamtuu hojjattan isuma irratti. Yeroo waadaan lamaffaa dhufe, akka (diinotiin keessan) fuuleen keessan hammeessan, akka masjiidicha (Aqsaa) akkuma yeroo duraa isa seenanitti seenaniifi, akka waan irratti injifatan barbadeessuu barbadeessan (isin irratti ergina). 8. Gooftaan keessan rahmata isiniif gochuun ni kajeelama. Yoo isin (badiitti) deebitan, Nutis (isin adabuutti) ni deebina. Jahannamiin kaafirootaaf mana hidhaa taasifnee jirra. 9. Dhugumatti, Qur’aanni kun (karaa) ishee irra (haqaafi) qajeeltuu taatetti qajeelcha. Mu’uminoota warra gaggaarii hojjatan dhugumatti mindaan guddaan isaaniif jiraachuudhaan gammachiisa. 10. Isaan aakhiraatti hin ammanne immoo adabbii laalessaa ta’e isaaniif qopheessinee jirra (jechuun gammachiisa).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute