Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
017

Al-Isra 17:39 ذالك مما اوحى اليك ربك من الحكمة ولا تجعل مع الله الاها اخر فتلقى في جهنم ملوما مدحورا ٣٩

17:39
ذَٰلِكَ
مِمَّآ
أَوۡحَىٰٓ
إِلَيۡكَ
رَبُّكَ
مِنَ
ٱلۡحِكۡمَةِۗ
وَلَا
تَجۡعَلۡ
مَعَ
ٱللَّهِ
إِلَٰهًا
ءَاخَرَ
فَتُلۡقَىٰ
فِي
جَهَنَّمَ
مَلُومٗا
مَّدۡحُورًا
٣٩
Kuni beekumsa irraa waan Gooftaan kee gara keetti wahyii godheedha. Rabbii wajjin gabbaramaa biraa hin taasisin. (Yoos) jahannam keessatti darbamta komatamaa fageeffamaa taatee.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Everything previously mentioned is Revelation and Wisdom

Allah says: `What We have commanded you to do is part of good manners, and what We have forbidden you are evil qualities. We have revealed this to you, O Muhammad, so that you may command the people likewise.'

وَلاَ تَجْعَلْ مَعَ اللَّهِ إِلَـهً
…

Everything previously mentioned is Revelation and Wisdom

Allah says: `What We have commanded you to do is part of good manners, and what We have forbid

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 17, Page 286, Juz 15

31. Ilmaan keessan sodaa hiyyummaatiif jecha hin ajjeesinaa. Isaaniifi isinis Nutu soora. Dhugumatti, isaan ajjeesuun badii guddaa ta’eera. 32. Sagaagalummaattis hin dhihaatinaa. Dhugumatti, inni (hojii) fokkataafi ta’ee jira, waa hammaatee karaa tahuun isaa. 33. Lubbuu Rabbiin (ajjeessuu) haraama godhe haqaan ala hin ajjeesinaa. Nama roorroon ajjeefame nama isa dhaaluuf aangoo (dhiiga gaafachuu isaaf) kenninee jirra. Ajjeechaa keessatti daangaa hin dabrin. Dhugumatti, inni tumsamaa ta’eera. 34. Qabeenya yatiimaa, kaayyoo gaariif malee hanga inni cimina isaa ga’utti itti hin dhihaatinaa. Waadaa guutaa. Dhugumatti, waadaan gaafatamaa ta’ee jira. 35. Yeroo safartanis safara guutaa. Madaala qajeelaa ta’eenis madaalaa. Kun waan gaariidha; booddeen isaas bareedaadha. 36. Waan beekumsa isaa hin qabne hin hordofin. Dhugumatti, dhageettiin argaaniifi onneenis, kun hundinuu isa irraa gaafatamaa ta’eera. 37. Dachii keessas boonaa hin deemin. Dhugumatti, ati dachii hin urtu; dheerinnaanis gaarreen hin geessu. 38. Kun hundi yakki isaa Gooftaa kee biratti jibbamaa ta’eera. 39. Kuni beekumsa irraa waan Gooftaan kee gara keetti wahyii godheedha. Rabbii wajjin gabbaramaa biraa hin taasisin. (Yoos) jahannam keessatti darbamta komatamaa fageeffamaa taatee. 40. Sila Gooftaan keessan isiniif ilmaan dhiiraa fileeti ofiif maleeykota irraa ilmaan dubaraa godhatee? Dhugumatti, isin jecha (badii) ulfaataa jettu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute