Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
017

Al-Isra 17:48 انظر كيف ضربوا لك الامثال فضلوا فلا يستطيعون سبيلا ٤٨

17:48
ٱنظُرۡ
كَيۡفَ
ضَرَبُواْ
لَكَ
ٱلۡأَمۡثَالَ
فَضَلُّواْ
فَلَا
يَسۡتَطِيعُونَ
سَبِيلٗا
٤٨
Fakkeenya akkamii akka siif taasisan ilaali. Isaan jallatanii jiru; karaa (sirrii argachuus) hin danda’anu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Secret Counsel of Quraysh after hearing the Qur'an

Allah tells His Prophet about what the leaders of Quraysh discussed when they came and listened to him reciting Qur'an in secret, without their people knowing about it. They said that he was Mashur which according to the better-known view means s

…

The Secret Counsel of Quraysh after hearing the Qur'an

Allah tells His Prophet about what the leaders of Quraysh discussed when they came and listened

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 17, Page 286, Juz 15

45. Yeroo Qur’aana dubbiftu gidduu keetiifi gidduu warra Aakhiraatti hin amannee haguuggii dhokataa taasifna. 46. Akka isaan isa (Qur’aana) hin hubannes onneewwan isaanii irratti haguuggii, gurra isaanii keessatti immoo duuchaa goonee jirra. Yeroo Qur’aana keessatti Gooftaa kee kophaa Isaa dubbatte, baqataa dugda galu. 47. Nuti waan isaan isa dhageeffataniif ni beekna. yeroo isaan gara kee dhaggeeffatan, yeroo isaan maqoo (iccitii) hasaasan, yeroo miidhaa raawwattoonni jedhan “namticha sihriin tuqame malee waan biraa hin hordoftanu”(nibeeyna). 48. Fakkeenya akkamii akka siif taasisan ilaali. Isaan jallatanii jiru; karaa (sirrii argachuus) hin danda’anu. 49. Ni jedhan “sila nuti erga (duunee) lafeefi bututaa (tortoraa) taanee booda uumama haarawa taanee kaafamoo dhaa?” 50. (Yaa Muhammad!) jedhiin: “Dhagaa yookiin sibiila ta’aa. 51. Yookiin uumama qomoowwan keessan keessatti (kaafamuun) guddatus ta’aa. (kaafamuun keessan hin hafu)". Ergasiis “Eenyutu nu deebisa” jedhu“. Isa yeroo jalqabaa isin uumeedha” jedhi. Mataa isaanii sitti raasuuf jiru, Ni jedhus: “Inni sun yoomi ree?” “Dhihoo ta’uun mirkanaa’aadha” jedhiin. 52. Guyyaa Inni isin waamnaan, isin Isa faarsaa owwaattan. yeroo gabaabaa malee turuu dhabuu yaaddan (ta’uun mirkanaa’e).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute