Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
017

Al-Isra 17:68 افامنتم ان يخسف بكم جانب البر او يرسل عليكم حاصبا ثم لا تجدوا لكم وكيلا ٦٨

17:68
أَفَأَمِنتُمۡ
أَن
يَخۡسِفَ
بِكُمۡ
جَانِبَ
ٱلۡبَرِّ
أَوۡ
يُرۡسِلَ
عَلَيۡكُمۡ
حَاصِبٗا
ثُمَّ
لَا
تَجِدُواْ
لَكُمۡ
وَكِيلًا
٦٨
Sila sodaa dhabdanii? (Rabbiin) cinaa dachii isiniin kutuu, yookiin bubbee cirrachaa isin irratti erguu, ergasii isiniif hirkoo hin argattan.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Does not the Punishment of Allah come on Land too

Allah says, do you think that by emerging onto dry land you will be safe from His vengeance and punishment, that a side of the land will not swallow you up or He will not send against you a Hasib - which is a kind of rain that carries stones This was

…

Does not the Punishment of Allah come on Land too

Allah says, do you think that by emerging onto dry land you will be safe from His vengeance and punis

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 17, Page 289, Juz 15

66. Gooftaan keessan Isa doonii galaana keessa isiniif deemsisuudha. akka tola Isaa irraa barbaaddattaniif, Dhugumatti, Inni isiniif rahmata godhaa ta’eera. 67. Yeroo rakkoon wahii galaana keessatti isin tuqe, Isa malee wantoonni isin kadhachaa turtan (hundi) ni badu. Yeroma Inni gara dachiitti isin baase (Isa irraa) gara galtan. Namni akkaan kafaraa ta’eera. 68. Sila sodaa dhabdanii? (Rabbiin) cinaa dachii isiniin kutuu, yookiin bubbee cirrachaa isin irratti erguu, ergasii isiniif hirkoo hin argattan. 69. Moo sodaa dhabdanii yeroo biraa isa (galaana) keessatti isin deebisee, qilleensarraa hobonboleettii isinitti ergee, bishaaniin isin dhidhimsuu sababa isin kafartaniif. ergasii isaan (adaba sanaan) isiniif Nu irratti hordofaa argachuu dhabuu keessan (hin sodaattanuu?) 70. Dhugumatti, Nuti ilmaan Aadam kabajneerra, Dachiifi galaana keessattis isaan yaabbachiifneerra, Wantoota gaggaarii (halaala) irraas isaaniif hirreera. Irra hedduu wanta uumnee irra caalchisuu isaan caalchifnee jirra.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute