Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
070

Al-Ma'arij 70:22 الا المصلين ٢٢

70:22
إِلَّا
ٱلۡمُصَلِّينَ
٢٢
Warra sagadan malee;
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Man is Impatient Allah informs about man and his inclination to corrupt his behavior.

Allah says,

إِنَّ الإِنسَـنَ خُلِقَ هَلُوعاً

(Verily, man was created very impatient;) Then, Allah explains this statement by saying,

إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعاً

(Apprehensive when evil touches him;) meaning, whenev

…

Man is Impatient Allah informs about man and his inclination to corrupt his behavior.

Allah says,

إِنَّ الإِنسَـنَ خُلِقَ هَلُوعاً

(Verily, man was creat

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 70, Page 569, Juz 29

19. Dhugumatti, namni obsa dhabeessa ta'ee uumame. 20. Yeroo hamtuun isa tuqe mufataa (gammachuu dhaba). 21. Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha. 22. Warra sagadan malee; 23. Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee); 24. Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru, 25. Hiyyeessa Kadhataafi kan hin kadhanneef, 26. Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan, 27. Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha). 28. Adabbiin Gooftaa isaanii (nama tuquu dhabuun isaa) amanamaa miti. 29. Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan, 30. Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; (kanarratti) isaan komatamoo miti. 31. Namni sanaan ala (fedhii guutachuu) barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha. 32. Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan, 33. Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan, 34. Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan. 35. Warri sun jannata keessatti kabajamoodha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute