Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
070

Al-Ma'arij 70:7 ونراه قريبا ٧

70:7
وَنَرَىٰهُ
قَرِيبٗا
٧
Nuti immoo dhihootti isa argina.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

A Request to hasten the Day of Judgement

سَأَلَ سَآئِلٌ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ

(A questioner asked concerning a torment about to befall) This Ayah contains an assumed meaning that is

…

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

A Request to hasten the D

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 70, Page 568, Juz 29

1. Adaba (kaafiroota irratti) argamaa ta'e kadhataan kadhate. 2. Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru. 3. Rabbii Abbaa kortoowwanii ta'e irraa (argama). 4. Malaykonniifi Jibiriil gara Isaa ol koru guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama ta'e keessatti. 5. Obsa gaarii obsi. 6. Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu. 7. Nuti immoo dhihootti isa argina. 8. Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu. 9. (Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu. 10. (Guyyaa) firri fira hin gaafanne. 11. Isaan agarsiifamu Namni dilaawaan odoo ilmaan isaatiin adabbii guyyaa sanii uffuree jaalata. 12. Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata); 13. Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis; 14. Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata). 15. Dhorgamaa! isheen lazaadha (maqaa hulaa ibiddaati). 16. Buqqiftuu gogaa sammuuti. 17. Nama (amantii irraa) duubatti deebi'ee, gara gale ni waamti. 18. (Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute