Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
005

Al-Ma'idah 5:112 اذ قال الحواريون يا عيسى ابن مريم هل يستطيع ربك ان ينزل علينا مايدة من السماء قال اتقوا الله ان كنتم مومنين ١١٢

5:112
إِذۡ
قَالَ
ٱلۡحَوَارِيُّونَ
يَٰعِيسَى
ٱبۡنَ
مَرۡيَمَ
هَلۡ
يَسۡتَطِيعُ
رَبُّكَ
أَن
يُنَزِّلَ
عَلَيۡنَا
مَآئِدَةٗ
مِّنَ
ٱلسَّمَآءِۖ
قَالَ
ٱتَّقُواْ
ٱللَّهَ
إِن
كُنتُم
مُّؤۡمِنِينَ
١١٢
Yeroo hawaariyyoonni "Yaa Iisaa Ilma Maryam! Sila Gooftaan kee maaddii (qorii) samii irraa nuuf buusuu danda’aa?" jedhanu [yaadadhu]. (Iisaanis) "Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa" jedhe.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Sending Down the Ma'idah

This is the story of the Ma'idah, the name of which this Surah bears, Surat Al-Ma'idah. This is also among the favors that Allah granted His servant and Messenger, `Isa, accepting his request to send the Ma'idah down, and doing so as clear proof and unequivocal evidence. Alla

…

Sending Down the Ma'idah

This is the story of the Ma'idah, the name of which this Surah bears, Surat Al-Ma'idah. This is also among the favors that All

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 5, Page 126, Juz 7

109. Guyyaa Rabbiin ergamoota (Isaa) walitti qabee "deebii maaliitu isiniif deebi’e" jedhu [yaadadhu]. [Isaan] "nuti beekkomsi nuuf hintaane; Ati situ akkaan beekaa fagooti" jedhan. 110. yeroo Rabbiin jedhe (dubbadhu) “Yaa Iisaa ilma Maryam! qananii tiyya tan ani siifi haadha tee irratti oole yaadadhu.yeroo Ani ruuhii qulqulluudhaan si jabeesse, haala ati daa’imummaafi ga’eessummaan nama dubbiftuun" Ammas (yeroo) Ani kitaaba, ogummaa, Tawraatiifi Injiiliin si barsiise. yeroo heyyama kiyyaan dhoqqee irraa waan akka allaattii uumtee afuura keessatti afuuftee heyyama kiyyaan allaattii taatu; yeroo heyyama kiyyaan jaamaafi shoolii (barasa) fayyiftu, yeroo heyyama kiyyaan du’aa kaaftu, yeroo (si ajjeesuu barbaadnaan) banii Israa’iil sirraa deebise, yeroo ati ragaa ifa ba’aan isaanitti dhufnaan isaan irraa warri kafaran “kuni sihrii ifa galaadha” jedhan, " [yaadadhu]. 111. Yeroo ani gara hawaariyyootaa beeksisee "Anaafi ergamaa kiyyatti amanaa" jechuu, isaanis "Nuti amanne; akka nuti Muslimoota taane ragaa ba’i" jedhan [yaadadhu]. 112. Yeroo hawaariyyoonni "Yaa Iisaa Ilma Maryam! Sila Gooftaan kee maaddii (qorii) samii irraa nuuf buusuu danda’aa?" jedhanu [yaadadhu]. (Iisaanis) "Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa" jedhe. 113. (Isaanis) "Nuti ishee irraa nyaachuu feena jedhan. onneewwan teenya tasgabbaa’uus,ati dhugaa nutti dubbattee mirkaneeffachus (feena) nuti san irratti warra ragaa ba’an irraa ta’uu (feena)" (jedhan). 114. Iisaa Ilma Maryam ni jedhe: "Yaa Allaah! Gooftaa keenya! samii irraa maaddii nurratti buusi, tan ayyaana (guyyaa gammachuu) nuuf taatu, dura keenyaafii booda keenyaafis, tan mallattoo sirraa (buute) nuuf taatu, nu soori. Ati caalaa warra rizqii kennuuti." 115. Rabbiin ni jedhe: "Ani ishee isinirratti buusaadha. Isin irraa namni san booda kafare, Ani adabbii aalama irraa tokkollee hin adabnen isa adaba."

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute