Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
005

Al-Ma'idah 5:120 لله ملك السماوات والارض وما فيهن وهو على كل شيء قدير ١٢٠

5:120
لِلَّهِ
مُلۡكُ
ٱلسَّمَٰوَٰتِ
وَٱلۡأَرۡضِ
وَمَا
فِيهِنَّۚ
وَهُوَ
عَلَىٰ
كُلِّ
شَيۡءٖ
قَدِيرُۢ
١٢٠
Mootummaan samii, dachiifi wantoota isaan keessaa kan Rabbiiti. Inni waan hunda irratti danda’aadha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Only Truth will be of Benefit on the Day of Resurrection

Allah answers His servant and Messenger `Isa, son of Maryam, after he disowns the disbelieving Christians who lied about Allah and His Messenger, and when `Isa refers their end to the will of his Lord,

هَـذَا يَوْمُ يَنفَعُ الصَّـدِقِينَ صِد
…

Only Truth will be of Benefit on the Day of Resurrection

Allah answers His servant and Messenger `Isa, son of Maryam, after he disowns the disbelievin

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 5, Page 127, Juz 7

116. Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha tiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu]. [Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'u. Yoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa ni beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku. Dhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti. 117. Waan ati itti na ajajje malee waan biraa isaaniin hin janne, (sun) ‘Rabbiin, Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan gabbaraa' (jechuudha). Hangan isaan keessa turetti isaan irratti ragaan ture. Erga ol nafuutee booda ati isaan irratti tiksaa taate. Ati waan hunda irratti ragaadha. 118. Yoo isaan adabde, isaan gabrootuma keeti. Yoo isaaniif araaramte, ati simatu injifataa, ogeessa. 119. Rabbiin ni jedhe: "Kun guyyaa warra dhugaa dubbatan dhugaan isaanii isaan fayyaduudha. Isaaniif ishee keessatti yeroo hunda hafaa ta'anii jannatoota jala ishee laggeen yaatutu jira. Rabbiin isaan irraa jaalateera. Isaanis Isarraa jaalataniiru. Kun milkii guddaadha." 120. Mootummaan samii, dachiifi wantoota isaan keessaa kan Rabbiiti. Inni waan hunda irratti danda’aadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute