Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
005

Al-Ma'idah 5:66 ولو انهم اقاموا التوراة والانجيل وما انزل اليهم من ربهم لاكلوا من فوقهم ومن تحت ارجلهم منهم امة مقتصدة وكثير منهم ساء ما يعملون ٦٦

5:66
وَلَوۡ
أَنَّهُمۡ
أَقَامُواْ
ٱلتَّوۡرَىٰةَ
وَٱلۡإِنجِيلَ
وَمَآ
أُنزِلَ
إِلَيۡهِم
مِّن
رَّبِّهِمۡ
لَأَكَلُواْ
مِن
فَوۡقِهِمۡ
وَمِن
تَحۡتِ
أَرۡجُلِهِمۚ
مِّنۡهُمۡ
أُمَّةٞ
مُّقۡتَصِدَةٞۖ
وَكَثِيرٞ
مِّنۡهُمۡ
سَآءَ
مَا
يَعۡمَلُونَ
٦٦
Odoo isaan Tawraatiin, Injiiliifi waan Gooftaa isaanii irraa gara isaanitti buufametti hojjatanii, silaa gubbaa isaanitiifi miiloowwan isaanii jalaa nyaatu turan. Isaan irraa ummata giddu galeessa ta'antu jira. Hedduun isaan irraa ta’e immoo hojiin isaanii waa fokkate.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Jews Say That Allah's Hand is Tied up!

Allah states that the Jews, may Allah's continuous curses descend on them until the Day of Resurrection, describe Him as a miser. Allah is far holier than what they attribute to Him. The Jews also claim that Allah is poor, while they are rich. `Ali bin Abi T

…

The Jews Say That Allah's Hand is Tied up!

Allah states that the Jews, may Allah's continuous curses descend on them until the Day of Resurrection, des

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 5, Page 119, Juz 6

61. yeroo isinitti dhufan "nuti amanne" jedhu, Isaan odoma dhugumatti kufrii wajjin seenaniifi isaan dhugumatti isumaa wajjin ba’anii jiranuu. Rabbiin irra beekaa waan isaan dhoksaa turaniiti. 62. Baay’ee isaan irraa ta'e kan badii, daangaa dabruufi wantoota dhorgaman nyaachuu isaanii keessatti ariifatan argita. Wantoonni isaan hojjataa turan waa fokkate! 63. Sila maaliif qeesonniifi beektonni isaan hin dhorgine? jechoota isaanii kan badiitiifi wantoota dhorgaman nyaachuu isaanii irraa. Wanti isaan dalagaa turan waa fokkate! 64. Yahuudonni "harki Rabbii hidhamtuu dha" jette. Harkoowwan isaanii hidhamtee, waan jedhaniin abaaramaniiru, Lakki! Harki Isaa lamaan diriiroodha. Akka fedhetti kenna. Dhugumatti, irra hedduu isaaniitiif wanti Gooftaa kee irraa gara keetti buufame daangaa dabruufi kufrii dabala. Diinummaafi wal jibbaa hanga Guyyaa Qiyaamatti gidduu isaaniitti darbine. Dhawaata isaan ibidda lolaaf qabsiisaniin Rabbiin ishee dhaamsa. Isaan badii dachii keessa facaasuuf fiigu. Rabbiin badii hojjattoota hin jaalatu. 65. Odoo warri kitaabaa amananii Rabbiin sodaatanii, silaa hamtuuwwan isaanii isaan irraa haqna, jannata qananii isaan seensifna. 66. Odoo isaan Tawraatiin, Injiiliifi waan Gooftaa isaanii irraa gara isaanitti buufametti hojjatanii, silaa gubbaa isaanitiifi miiloowwan isaanii jalaa nyaatu turan. Isaan irraa ummata giddu galeessa ta'antu jira. Hedduun isaan irraa ta’e immoo hojiin isaanii waa fokkate.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute