Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
083

Al-Mutaffifin 83:4 الا يظن اولايك انهم مبعوثون ٤

83:4
أَلَا
يَظُنُّ
أُوْلَٰٓئِكَ
أَنَّهُم
مَّبۡعُوثُونَ
٤
Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Al-Madinah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Increasing and decreasing in the Measure and Weight will be a Cause for Regret and Loss

An-Nasa'i and Ibn Majah both recorded from Ibn `Abbas that he said, "When the Prophe

…

Which was revealed in Al-Madinah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Increasing and decrea

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 83, Page 587, Juz 30

1. Salaabiiwwaniif (warra safara hir’isuuf) badiin haa ta’u! 2. Isaan yeroo namoota irraa safaratan guuchisiifatan, 3. Kan Yeroo namootaaf safaran yookiin miizaanan immoo hir’isan. 4. Sila isaan sun kaafamuu isaanii hin yaadanii? 5. Guyyaa guddaadhaaf. 6. Guyyaa namni Gooftaa aalamaatiif dhaabbatu. 7. Dhugumatti, galmeen badii hojjattootaa Sijjiin keessa ta'a. 8. "Sijjiin" maal akka ta'e maaltu si beeksise? 9. Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama). 10. Kijibsiiftotaaf Guyyaa san badiin mirkanaa’e. 11. Isaan guyyaa murtii sobsiisaniif. 12. Daangaa darbitoota dilaawoo cufa ta’e malee namni isa kijibsiisu hin jiru. 13. Yeroo keeyyattoonni Keenya isaan irratti qara'amte "ogbarruu warra duriiti" jedha. 14. Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge. 15. Haadhoorgamanii! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha. 16. Ergasii isaan ibidda seenoodha. 17. Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute