Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
068

Al-Qalam 68:47 ام عندهم الغيب فهم يكتبون ٤٧

68:47
أَمۡ
عِندَهُمُ
ٱلۡغَيۡبُ
فَهُمۡ
يَكۡتُبُونَ
٤٧
Sila (iccitii) fagoottu isaan biratti tahee, kan isaan barreessan?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Terror of the Day of Judgement

After Allah mentions that those who have Taqwa, will have Gardens of Delight with their Lord, He explains when this will be, and its actual occurrence. He says,

يَوْمَ يُكْشَفُ عَن سَاقٍ وَيُدْعَوْنَ إِلَى السُّجُودِ فَلاَ يَسْتَطِيعُونَ

(The Day when the Shin shall b

…

The Terror of the Day of Judgement

After Allah mentions that those who have Taqwa, will have Gardens of Delight with their Lord, He explains when this

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 68, Page 566, Juz 29

34. Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira. 35. Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa? 36. Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu! 37. Dhugumatti, kitaaba (samii bu'e) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa? 38. Kan isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)? 39. Sila kakuulee nurratti taheetu kan Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka ga'aa ta'etu isiniif jira moo ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun? 40. Eenyuu isaaniitu sanaaf wabiidhaa isaan gaafadhu. 41. Sila shariikota (kan murtee isaanii dhugoomsu)tu isaaniif tahee? Yoo kan dhugaa dubbatan ta'aniif shariikota isaaniitiin haa dhufanu. 42. Guyyaa mogolee irraa saaqamee (munaafiqoonni) gara sujuudaa waamamanii hin dandeenye san [yaadadhu]. 43. Ijjoonni isaanii sodaattuu taatee xiqqeenyis isaan haguuga. Dhugumatti, isaan odoo fayyaa qabanuu (addunyaa irratti) sujuudatti waamamaa turan. 44. Anaafi nama haasa'a (Qur'aana) kana sobsiisu walitti nu dhiisi; Nuti suutaan karaa isaan hin beekne irraa isaan qabna. 45. Yeroon isaaniif kenna. Tooftaan Kiyya cimaadha. 46. Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)? 47. Sila (iccitii) fagoottu isaan biratti tahee, kan isaan barreessan?

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute