Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
054

Al-Qamar 54:52 وكل شيء فعلوه في الزبر ٥٢

54:52
وَكُلُّ
شَيۡءٖ
فَعَلُوهُ
فِي
ٱلزُّبُرِ
٥٢
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Destination of the Criminals

Allah the Exalted states that the criminals are misguided away from the truth and engulfed in confusion, because of the doubts and uncertainty they are in. This description befits every disbeliever and innovator of all types and forms of sects. Allah the Exalted said,

…

The Destination of the Criminals

Allah the Exalted states that the criminals are misguided away from the truth and engulfed in confusion, because of th

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 54, Page 531, Juz 27

41. Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiisonni dhufeera. 42. Mallattoolee keenya hunda sobsiisaniiti, qabaa Isa injifataa, danda’aa ta’ee isaan qabne. 43. (Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira? 44. Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu. 45. Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru. 46. Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniiti. Qiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha. 47. Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u. 48. Guyyaa fuulleen isaanii irratti ibidda keessa harkifaman, “tuqiinsa Saqar (gubaa ibiddaa) dhandhamaa” (jedhamaan). 49. Nuti waan hunda likki likkiin isa uumne. 50. Ajajni keenya waantaane takka malee akkuma liphsuu ijaa. 51. Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirra. Namni gorfamu jiraa? 52. Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira. 53. Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha. 54. Warri Rabbiin sodaatan jannatootaafi laggeen keessa jiraatu. 55. Teessoo dhugaa (jannata) keessa Mootii danda’aa bira jiraatu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute