Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
056

Al-Waqi'ah 56:21 ولحم طير مما يشتهون ٢١

56:21
وَلَحۡمِ
طَيۡرٖ
مِّمَّا
يَشۡتَهُونَ
٢١
Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Reward of the Foremost in Faith

Allah states that the foremost of the close believers are a multitude, a crowd among the earlier generations and a few from the latter generations. There is a difference over the meaning of the first generations and the later generations. Some said that the former

…

The Reward of the Foremost in Faith

Allah states that the foremost of the close believers are a multitude, a crowd among the earlier generations and a

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 56, Page 535, Juz 27

1. Yeroo argamtuun (Qiyaamaan) buute. 2. Argama isheetiif kijibsiiftuun hin jirtu. 3. Gadi qabduu, ol fuutuudha. 4. Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte. 5. (Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte, 6. Dhukkee facaafamtuu taate, 7. (Yeroo) Isinis garee sadi taatan, 8. (Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)! 9. (Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)! 10. (toltutti) dursitoonni (jannatatti) surditoota. 11. Isaan (Rabbitti) dhiheeffamoota. 12. Jannatoota qananii keessatti ta’u. 13. Warra duraa irraa baay’eedha. 14. Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha. 15. Sireewwan dhawamte irratti ta’u. 16. Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti irkatoo tahanii. 17. Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a. 18. Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een. 19. Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis. 20. Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u). 21. Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin. 22. Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira.) 23. Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan. 24. Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone). 25. Isii (jannata) keessatti wacaafi wal yakkuu hin dhaga’an. 26. “Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute