Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
056

Al-Waqi'ah 56:78 في كتاب مكنون ٧٨

56:78
فِي
كِتَٰبٖ
مَّكۡنُونٖ
٧٨
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Allah swears to the Greatness of the Qur'an

The usage of La (in Fala) is not an extra character without meaning, as some of the scholars of Tafsir say. Rather it is used at the beginning of an oath when the oath is a negation. This is like when `A'ishah, may Allah be pleased with her said, "La by All

…

Allah swears to the Greatness of the Qur'an

The usage of La (in Fala) is not an extra character without meaning, as some of the scholars of Tafsir say.

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 56, Page 537, Juz 27

75. Seensa urjiiwwaniitiniin kakadha. 76. Inni odoo beektanii kakuu guddaadha. 77. Inni Qur’aana kabajamaadha. 78. Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira. 79. Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu. 80. Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha. 81. Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan? 82. (Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii? 83. sila Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)? 84. Odoo yeroo san isin ilaaltanuu, 85. Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra garuu Isin hin argitan malee. 86. Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa). 87. Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu? 88. Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e, 89. (Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira. 90. Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo, 91. Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama) 92. Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo, 93. Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira. 94. Jahiim seenuutu isaaf jira. 95. Inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha. 96. Maqaa Gooftaa kee guddaa ta’ee faarsi (qulqulleessi).

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute