Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
003

Ali 'Imran 3:109 ولله ما في السماوات وما في الارض والى الله ترجع الامور ١٠٩

3:109
وَلِلَّهِ
مَا
فِي
ٱلسَّمَٰوَٰتِ
وَمَا
فِي
ٱلۡأَرۡضِۚ
وَإِلَى
ٱللَّهِ
تُرۡجَعُ
ٱلۡأُمُورُ
١٠٩
Wantoonni samiifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan Rabbiiti. Wantoonni hunduu gara Rabbiitti deebifamu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Command to Establish the Invitation to Allah

Allah said,

وَلْتَكُن مِّنْكُمْ أُمَّةٌ

(Let there arise out of you a group of people)

that calls to righteousness, enjoins all that is good and forbids evil in the manner Allah commanded,

وَأُوْلَـئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ

(And it is they who are the succes

…

The Command to Establish the Invitation to Allah

Allah said,

وَلْتَكُن مِّنْكُمْ أُمَّةٌ

(Let there arise out of you a group of people)

that calls to righ

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 3, Page 64, Juz 4

104. Isin irraa ummanni gara khayrii waamtuufi tan gaariitti ajajju badii irraa dhorgitu haa jiraattu. Warri sun isaantu milkaa’oodha. 105. Akka warra erga ragoota ifa ta’an isaanitti dhufee booda addaan faca’aniifi wal dhabanii hin ta’inaa, Warra san isaaniif adabbii laalessaatu jira. 106. Guyyaa fuulleen gariin addaataniifi fuulleen gariin gurraacha’an (adabamu) (dubbadhu). Warri fuulleen isaanii gurraachofte immoo “sila erga amanuu keessaniitii booda kafartanii? Waan kafaraa turtaniif adabbii dhandhamaa” (isaaniin jedhama). 107. Warri fuulleen isaanii addaatte immoo rahmata Rabbii keessa ta’u; Isaan ishee keessatti hafoodha 108. Isheen sun, keeyyattoota Rabbiiti, ishee sirratti qaraana, Rabbiin aalama hundaafuu miidhaa kan fedhu hin taane. 109. Wantoonni samiifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan Rabbiiti. Wantoonni hunduu gara Rabbiitti deebifamu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute