Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
016

An-Nahl 16:21 اموات غير احياء وما يشعرون ايان يبعثون ٢١

16:21
أَمۡوَٰتٌ
غَيۡرُ
أَحۡيَآءٖۖ
وَمَا
يَشۡعُرُونَ
أَيَّانَ
يُبۡعَثُونَ
٢١
(Isaan) du’aawwan jiraataa hin taaneedha. Yoom akka kaafamaniis hin beekanu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The gods of the Idolators are Created, they do not create

Then Allah tells us that the idols which people call on instead of Him cannot create anything, they are themselves created, as Al-Khalil (Ibrahim) said:

قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ - وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ

("Do you wors

…

The gods of the Idolators are Created, they do not create

Then Allah tells us that the idols which people call on instead of Him cannot create anything

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 16, Page 269, Juz 14

10. Inni Isa samii irraa bishaan buuse. Isiniif isa irraa dhugaatiitu jira. Isa irraas muka isin ishee keessatti (beyladoota) tikfattantu (marga). 11. Isaan sanyii midhaanii, Zeytuuna, mukkeen Timiraa, Inaboowwaniifi fuduraalee hunda irraa isiniif magarsa. Dhugumatti, kana keessa ummata xiinxalaniif mallattootu jira. 12. Halkan, guyyaa, aduufi ji’as isiniif laaffise. Urjiiwwanis ajaja Isaatiin laaffifamoodha. Dhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattooleetu jira. 13. Bifti isaanii adda adda ta’ee wantoota dachii keessatti isiniif uumes (isiniif laaffise). Dhugumatti, kana keessa namoota gorfamaniif mallattootu jira. 14. Inni Isa galaana isiniif laaffise akka isa irraa foon haarawa nyaattaniifi faaya ishee uffattanis isa irraa baafattaniif jecha. Dooniwwan isa (galaana) keessa baqaqsituu taatee (kan deemtu) argita. Akka tola isaa irraa barbaaddaniifi akka galateeffattaniif jecha (kana godhe). 15. Gaarreen akka isiniin hin sochooneef dachii keessatti godhe. Laggeeniifi karaalees akka qajeeltaniif (godhe). 16. Mallattoolees (isiniif godhe). Urjiidhaan isaan (karaa) qajeelu. 17. Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu? 18. Tola Rabbii yoo lakkooftan ishee waliin gahuu hin dandeessanu. Dhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha. 19. Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka. 20. Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanu. Isaanumtuu ni uumamu. 21. (Isaan) du’aawwan jiraataa hin taaneedha. Yoom akka kaafamaniis hin beekanu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute