Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
016

An-Nahl 16:31 جنات عدن يدخلونها تجري من تحتها الانهار لهم فيها ما يشاءون كذالك يجزي الله المتقين ٣١

16:31
جَنَّٰتُ
عَدۡنٖ
يَدۡخُلُونَهَا
تَجۡرِي
مِن
تَحۡتِهَا
ٱلۡأَنۡهَٰرُۖ
لَهُمۡ
فِيهَا
مَا
يَشَآءُونَۚ
كَذَٰلِكَ
يَجۡزِي
ٱللَّهُ
ٱلۡمُتَّقِينَ
٣١
(Isheen) Jannata qubsumaati ishee niseenan. jala ishee laggeentu yaa'a. Ishee keessa wanti isaan fedhan isaaniif ta’aadha. Akka kanatti Rabbiin sodaattota (Isaa) mindeessa.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

What the Pious say about the Revelation, their Reward and their Condition during and after Death

Here we are told about the blessed, as opposed to the doomed, who, when they are asked,

مَّاذَآ أَنزَلَ رَبُّكُمْ

(What is it that your Lord has revealed) they will reluctantly answer, "He did not reveal a

…

What the Pious say about the Revelation, their Reward and their Condition during and after Death

Here we are told about the blessed, as opposed to the

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 16, Page 270, Juz 14

26. Dhugumatti, warri isaan dura turan tooftaa baasaniiru, (adabbiin) Rabbii bu’uura irraan manneen isaaniitti dhufee (ishee diige) Ijoon (gubbaan manaa) gubbaa isaaniitiin isaan irratti kufe. Adabni karaa isaan hin beekneen isaanitti dhufe. 27. Sana booda Guyyaa Qiyaamaa isaan salphisa, nijedhaan “Hiriyoonni kiyya kan (dhimma) isaanii keessatti (mu’uminoota) faallessaa turtan eessa jiru?”. Isaan beekumsa kennaman “dhugumatti har’a salphinaafi hamtuun kaafiroota irratti ta’eera” jedhu. 28. (Isaan) warra lubbuulee isaanii miidhoo ta’anii maleeykonni isaan ajjeesaniidha. Hamtuu tokkollee kan dalagnu hin turre jechuun ajajamoo ta’uu isaanii (sobaan) ibsu. Lakkisaa dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjachaa turtan beekaadha (isaaniin jedhama). 29. Ishee keessatti kan haftan ta’aatii balbala Jahannam seenaa, (isaaniin jedhama). Dhugumatti, teessoon boontotaa waa fokkate. 30. Isaan (Rabbiin) sodaataniin “Gooftaan keessan (Muhammad irratti) maal buuse?” jedhame, “Gaarii (buuse)” jedhan. Warra toltuu hojjataniif addunyaa kana keessatti (jiruu) gaariitu jira. Manni Aakhiraa immoo irra caalaadha. Gandi warra (Rabbiin) sodaatanii waa tole! 31. (Isheen) Jannata qubsumaati ishee niseenan. jala ishee laggeentu yaa'a. Ishee keessa wanti isaan fedhan isaaniif ta’aadha. Akka kanatti Rabbiin sodaattota (Isaa) mindeessa. 32. (Isaan) warra gaggaarii ta’anii maleykonni ruuhii isaanii baaftuudha. nijedhaniin “nageenyi isin irratti haa jiraatu; jannata seenaa waan hojjachaa turtaniin”. 33. Sila (kaafiroonni) maleeykonni isaanitti dhufuu yookiin ajajni Gooftaa keetii isaanitti dhufuu malee (waan biraa) ni eeguu? Warri isaaniin duraas akkuma kana dalaganiiru. Rabbiin isaan hin miine. Garuu isaan lubbuulee isaanii kan miidhan turan. 34. (Adabni) hamtuuwwan isaan hojjatanii isaan tuqe. Wanti isaan itti qishinaa turanis isaanitti bu'e.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute