Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
016

An-Nahl 16:39 ليبين لهم الذي يختلفون فيه وليعلم الذين كفروا انهم كانوا كاذبين ٣٩

16:39
لِيُبَيِّنَ
لَهُمُ
ٱلَّذِي
يَخۡتَلِفُونَ
فِيهِ
وَلِيَعۡلَمَ
ٱلَّذِينَ
كَفَرُوٓاْ
أَنَّهُمۡ
كَانُواْ
كَٰذِبِينَ
٣٩
(Sababni du’a irraa isaan kaasuuf) akka waan isaan isa keessatti wal dhaban isaaniif ibsuufi akka warri kafaran kijiboota ta’uu isaanii beekaniifi.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Resurrection after Death is true, there is Wisdom behind it, and it is easy for Allah

Allah tells us that the idolators swore by Allah their strongest oaths, meaning that they made oaths swore fervently that Allah would not resurrect the one who died. They considered that to be improbable, and di

…

The Resurrection after Death is true, there is Wisdom behind it, and it is easy for Allah

Allah tells us that the idolators swore by Allah their strong

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 16, Page 271, Juz 14

35. Isaan (Rabbitti waan biraa) qindeessan ni jedhan: “odoo Rabbiin fedhee, nutis ta’ee abbootiin keenya Isaa gaditti waan biraa hin gabbarru turre(. Ajaja) Isaatiin alas homaa haraama hin goonu turre.”. Warri isaaniin duraas akkuma kana dalagan. Sila ergamtoota irra (ergaa) ifatti geessuu malee wanti biraa jiraa? 36. Dhugumatti, Nuti ummata hunda keessatti ergamaa erginee jirra “Rabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu) irraas fagaadhaa” (jechuun). Isaan irraa nama Rabbiin isa qajeelchetu jira. Ammas isaan irraa nama jallinni isa irratti mirkanaa’etu jira. Dachii keessa deemaatii booddeen sobsiiftotaa akkam akka ta’e ilaalaa. 37. Yoo qajeeluma isaanii irratti bololtes (qajeelchuu hin dandeessu). Dhugumatti Rabbiin namoota jallisu hin qajeelchu; tumsitoonni isaaniif hin jiran. 38. Kakaa isaanii kan daangaa gahe “Rabbiin nama du’e hin kaasu” jechuun Rabbiin kakatan. Lakkisaa (isin kaasaa); Waadaa isa irratti dhugaa ta’e (Rabbiin seeneera). Garuu irra hedduun namaa hin beekanu. 39. (Sababni du’a irraa isaan kaasuuf) akka waan isaan isa keessatti wal dhaban isaaniif ibsuufi akka warri kafaran kijiboota ta’uu isaanii beekaniifi. 40. Wanta kamillee (ta’uu) isaa yoo feene, jechi keenya isaan ‘ta’i’ (jechuu) qofa. Achumaan ta’a.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute