Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
016

An-Nahl 16:74 فلا تضربوا لله الامثال ان الله يعلم وانتم لا تعلمون ٧٤

16:74
فَلَا
تَضۡرِبُواْ
لِلَّهِ
ٱلۡأَمۡثَالَۚ
إِنَّ
ٱللَّهَ
يَعۡلَمُ
وَأَنتُمۡ
لَا
تَعۡلَمُونَ
٧٤
Rabbiif fakkeenyota hin godhinaa. Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Denouncing the Worship of anything besides Allah

Allah tells us about the Mushrikin who worship others besides Him, even though He alone is the bountiful Provider, the Creator and Sustainer, without partners or associates, but they still worship idols and make rivals for Him. He says:

مَا لاَ يَمْلِك
…

Denouncing the Worship of anything besides Allah

Allah tells us about the Mushrikin who worship others besides Him, even though He alone is the bountif

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 16, Page 275, Juz 14

71. Rabbiin hiree keessatti garii keessan garii irra caalchiseera. Isaan caalchifaman qabeenya isaanii gara waan (gabroota) harki isaanii dhuunfattee deebisanii isaanis isa keessati kan wal qixxaatanu hin taane. Sila qananii Rabbii mormuu? 72. Rabbiin lubbuulee keessan irraas niitiiwwan isiniif godhe. jaartiiwwan keessan irraa ilmaaniifi ilmaan ilmaaniis isiniif godhe. gaggaariiwwan irraa isin soore. Sila isaan sobatti amananii tola Rabbiitti kafaruu? 73. Rabbiin gaditti wantoota samiifi dachii irraa soorata isaaniif hin kennineefi (waan tokko) hin dandeenye gabbaru. 74. Rabbiif fakkeenyota hin godhinaa. Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu. 75. Rabbiin gabricha horatamaa, kan homaa irratti dandeettii hin qabneefi nama Nuti nu biraa soorata gaarii isaaf kennine, inni isa irraa dhoksaafi ifattis kan arjoomu (isaafi wantoota isaan alaatiif) fakkeenya taasiseera. Sila isaan wal qixa ta’uu? Faaruun kan Rabbiiti. Dhugumatti irra hedduun isaanii hin beekanu. 76. Rabbiin namoota lama (mu’uminootaafi kaafirootaaf) fakkeenya taasiseera: tokkoon isaan lamaanii arraba hidhamaadha; homaa irratti dandeettii hin qabu; inni mootii isaa irratti ba’aadha; bakkuma inni isa erge hunda irraayyuu waan gaariin hin dhufu. Sila inniifi namni karaa qajeelaa irra jiraatee haqatti ajaju, wal qixa ta’aa?

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute