Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
053

An-Najm 53:49 وانه هو رب الشعرى ٤٩

53:49
وَأَنَّهُۥ
هُوَ
رَبُّ
ٱلشِّعۡرَىٰ
٤٩
Inni Isumatu Gooftaa Shi’iraati
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Some Attributes of the Lord, that He returns Man as He originated Him, and some of what He does with His Servants

Allah the Exalted said,

وَأَنَّ إِلَى رَبِّكَ الْمُنتَهَى

(And that to your Lord is the End.) meaning, the return of everything on the Day of Resurrection. Ibn Abi Hatim recorded that `Amr

…

Some Attributes of the Lord, that He returns Man as He originated Him, and some of what He does with His Servants

Allah the Exalted said,

وَأَنَّ إِلَى

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 53, Page 528, Juz 27

33. Mee isa gara gale naaf himi? 34. Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate. 35. Sila beekumsi fagoottu isa bira jiraa? inni (isa) beekee? 36. Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii? 37. Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees. 38. (Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha. 39. Namaaf waan hojjate malee hintaane. 40. Hojiin isaa uf duratti ni mul'ata. 41. Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha. 42. Xumurri (waan hundaas) gara Rabbii keetiitti. 43. Inni Isumatu kofalchiise; boochises. 44. Inni Isumatu ajjeese; jiraachises. 45. Inni cimdii lama, kormaafi dhalaa, uume. 46. Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo (gadaamessaa keessatti) nagamtu. 47. Uumuun boodaas isuma (Rabbuma) irra jira. 48. Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha. 49. Inni Isumatu Gooftaa Shi’iraati 50. Isumatu Aadii duraa balleesse. 51. (Ummata) Samuudis hin hambifne. 52. Ummata Nuuhis sana dura (balleesse) Isaan isaanumatu akkaan miidhaa raawwattootaafi daangaa darbitoota turan. 53. Ganda gombifamtuus gadi kuffise. 54. Wanti haguuge ishee haguuge. 55. Ni’imaa Rabbii keetii irraa kamiin shakkita? 56. Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha. 57. Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti. 58. Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu. 59. Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii? 60. Ni kolfituu! Hin boochanuu? 61. Haala isin dagamoo taataniin (irraa garagaltuu)? 62. Allaah’f sujuudaa; (Isuma qofa) gabbaraa

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute