Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
027

An-Naml 27:26 الله لا الاه الا هو رب العرش العظيم ۩‏ ٢٦

27:26
ٱللَّهُ
لَآ
إِلَٰهَ
إِلَّا
هُوَ
رَبُّ
ٱلۡعَرۡشِ
ٱلۡعَظِيمِ۩
٢٦
Allahn Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruInni Gooftaa arshii guddaati.” 1
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

How the Hoopoe came before Sulayman and told Him about Saba'

Allah says:

فَمَكَثَ غَيْرَ بَعِيدٍ

(But (the hoopoe) stayed not long,) meaning, he was absent for only a short time. Then he came and said to Sulayman:

أَحَطتُ بِمَا لَمْ تُحِطْ بِهِ

(I have grasped which you have not grasped) meaning, `I have

…

How the Hoopoe came before Sulayman and told Him about Saba'

Allah says:

فَمَكَثَ غَيْرَ بَعِيدٍ

(But (the hoopoe) stayed not long,) meaning, he was abse

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 27, Page 379, Juz 19

20. Simbirroo to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo sila isumatu fagaattota irraa ta’e? 21. Dhugumatti, adabbii cimaan isa adaba, Yookiin isan gorra’a, Yookiin immoo ragaa ifaa ta’een natti haa dhufu.” 22. (Allaatichi) [Yeroo hanga] fagoo hin taane turee ni jedhe: “waan ati hin barin bareen jira, Saba’i irraas oduu dhugaa ta’een sitti dhufeera. 23. Ani Dubartii isaan bulchitun arge, Tan Waan hunda irraa kennamte, isheedhaaf sireen guddaan jiru. 24. Isheefi ummata ishee kan Rabbii achitti Aduuf sujuudanin arge. Sheyxaanni dalagaalee isaanii isaaniif miidhagse. karaa [qajeelaa] irraa isaan deebise. Isaan hin qajeelanu. 25. Akka isaan Rabbii waan dhokataa Samiifi Dachii ifatti baasuufi waan isin dhoksitaniifi mul’iftan beekuuf sujuuda hin goone [isaan dhorgee jira]. 26. Allahn Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruInni Gooftaa arshii guddaati.” 27. [Suleymaan] ni jedhe: “Dhugaa jetteefi warra sobdoota irraa taatee kee fuuldura ilaalla. 28. Xalayaa kiyya kanaan deemii gara isaaniitti darbi eegasii isaan irraa gara galii maal akka deebisan ilaali.” 29. [Mootittiin yeroo xalayaa gartu] ni jette: “isin Yaa qondaaltota [kiyya]! ani xalayaan kabajamaan natti darbameera. 30. Inni Suleymaan irraayyi, Innis [qabiyyeen isaa] ‘maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin’. 31. Narratti hin booninaa; Muslimtoota ta’aatii natti kottaa [jedha].”

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute