Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
027

An-Naml 27:49 قالوا تقاسموا بالله لنبيتنه واهله ثم لنقولن لوليه ما شهدنا مهلك اهله وانا لصادقون ٤٩

27:49
قَالُواْ
تَقَاسَمُواْ
بِٱللَّهِ
لَنُبَيِّتَنَّهُۥ
وَأَهۡلَهُۥ
ثُمَّ
لَنَقُولَنَّ
لِوَلِيِّهِۦ
مَا
شَهِدۡنَا
مَهۡلِكَ
أَهۡلِهِۦ
وَإِنَّا
لَصَٰدِقُونَ
٤٩
Ni jedhan Rabbiin waliif kakadhaa isaafi maatii isaa halkan keessa akka balleessinu, eegasii fira isaatiin nijenna ‘nuti ajjeechaa maatii isaa bira hin jirru; nuti dhugaa dubbattoota."
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Plot of the Mischief-Makers and the End of the People of Thamud

Allah tells us about the evildoers of Thamud and their leaders who used to call their people to misguidance and disbelief, and to deny Salih. Eventually they killed the she-camel and were about to kill Salih too. They plotted to let

…

The Plot of the Mischief-Makers and the End of the People of Thamud

Allah tells us about the evildoers of Thamud and their leaders who used to call the

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 27, Page 381, Juz 19

45. Dhugumatti, gara Samuuditti obboleessa isaanii Saalih “Allaah qofa gabbaraa” jechuun erginee jirra, Yerama san isaan garee lama tan walfalmitu tahan. 46. [Saalihis] ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Maaliif toltuu dura hamtuu (adabbii) jarjarsiifattu? maaliif Rabbiin araarama hin kadhanne Akka rahmanni isinii godhamuuf?” 47. [Isaan] “Nuti siifi namoota si waliin jiraniin hooddane (milkii laallanne)” jedhan, [Saalihis] nijedhe "hooddannaan keessan Rabbiin bira, Garuu isin ummata mokkoramoodha”. 48. Magalattii keessa namoota sagal kan gaarii hin hojjanne lafa balleesantu ture. 49. Ni jedhan Rabbiin waliif kakadhaa isaafi maatii isaa halkan keessa akka balleessinu, eegasii fira isaatiin nijenna ‘nuti ajjeechaa maatii isaa bira hin jirru; nuti dhugaa dubbattoota." 50. Isaan shira shiran, Nutis shira shirre odoo isaan hinbeekin. 51. Booddeen shira isaanii akkam akka ta’e ilaali! Nuti isaaniifi ummata isaanii guutumatti balleessine. 52. Kun manneen isaaniiti sababa isaan miidhaa hojjataniin ontuu taate. kana keessa namoota beekaniif mallattootu jira. 53. Isaan amananii Rabbiin sodaataa turan nagaya baafne.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute