Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
027

An-Naml 27:72 قل عسى ان يكون ردف لكم بعض الذي تستعجلون ٧٢

27:72
قُلۡ
عَسَىٰٓ
أَن
يَكُونَ
رَدِفَ
لَكُم
بَعۡضُ
ٱلَّذِي
تَسۡتَعۡجِلُونَ
٧٢
“Gariin wanta isin ariifachiifattanii kan isinitti dhihaate ta’uun dhugaadha” jedhi.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

وَيَقُولُونَ مَتَى هَـذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَـدِقِينَ

(And they say: "When (will) this promise (be fulfilled), if you are truthful") Allah said, responding to them:

قُلْ

(Say) `O Muhammad,'

عَسَى أَن يَكُونَ رَدِفَ لَكُم بَعْضُ الَّذِى تَسْتَعْجِلُونَ

(Perhaps that which you wish to hasten on, may

…
وَيَقُولُونَ مَتَى هَـذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَـدِقِينَ

(And they say: "When (will) this promise (be fulfilled), if you are truthful") Allah said,

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 27, Page 383, Juz 20

67. Isaan kafaran ni jedhan: “Sila yeroo [duunee] biyyee taane, nuufi abbootiin keenya, nuti kaafamoodhaa? 68. Dhugumatti, nuufi abbootiin keenya nuun duratti kana waadaa galamnee turre. kun ogbarruu warra durii malee hin taane” [jedhan]. 69. “Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa” jedhi. 70. Isaan irratti hin gaddin, shira isaan baasanirraa dhiphina keessatti hin ta’in. 71. “Waadaan kun yoomi Yoo warra dhugaa taatan?” jedhu. 72. “Gariin wanta isin ariifachiifattanii kan isinitti dhihaate ta’uun dhugaadha” jedhi. 73. Dhugumatti, Rabbiin kee namoota irratti abbaa tola guddaati, Garuu irra hedduun isaanii hin galateeffatan. 74. Dhugumatti, Rabbiin kee waan qomoonni isaanii dhoksiteefi waan isaan ifatti mul’isan ni beeka. 75. Wanti fagoon samiifi dechii keessaa kamiyyuu, kitaaba ifa galaa keessa jiraatu malee hin hintaane. 76. Dhugumatti, Qur’aanni kun Ilmaan Israa’iil irratti irra hedduu waan isaan isa keessatti wal dhabanii isaaniif odeessa. 77. Inni mu’uminootaaf qajeelfamaafi rahmata. 78. Dhugumatti, Rabbiin kee murtii Isaatiin gidduu isaanitti murteessa. Inni injifataa, beekaadha. 79. Allaah irratti hirkadhu. Ati dhugaa ifa ta’e irra jirta. 80. Ati namoota du’an hin dhageessiftu. Namoota gurri duudes hin dhageessiftu. yeroo isaan dugda deebisuun garagalan 81. Namoota jaamaa jallina isaanii irraa kan isaan qajeelchitu hin taane. Namoota Muslimtoota ta’anii keeyyattoota keenyatti amanan malee kan dhageessiftu hin taane. 82. Yeroo jechi (adabbiin) isaan irratti murtaa’e bineensa dachii irraa isaaniif baafna tan “namoonni keeyyattoota keenya kan hin dhugoomsine ta’aniiru” jettee isaanitti dubbattu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute