Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
004

An-Nisa 4:110 ومن يعمل سوءا او يظلم نفسه ثم يستغفر الله يجد الله غفورا رحيما ١١٠

4:110
وَمَن
يَعۡمَلۡ
سُوٓءًا
أَوۡ
يَظۡلِمۡ
نَفۡسَهُۥ
ثُمَّ
يَسۡتَغۡفِرِ
ٱللَّهَ
يَجِدِ
ٱللَّهَ
غَفُورٗا
رَّحِيمٗا
١١٠
Namni hamtuu hojjatee yookiin lubbuu isaa miidhee ergasii Rabbiin araarama kadhate, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta’uu arga.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Encouragement to Seek Allah's Forgiveness, and Warning those who Falsely Accuse Innocent People

Allah emphasizes His generosity and kindness, in that He forgives whoever repents to Him from whatever evil they commit.Allah said,

وَمَن يَعْمَلْ سُوءًا أَوْ يَظْلِمْ نَفْسَهُ ثُمَّ يَسْتَغْفِرِ اللّهَ

…

The Encouragement to Seek Allah's Forgiveness, and Warning those who Falsely Accuse Innocent People

Allah emphasizes His generosity and kindness, in th

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 4, Page 96, Juz 5

105. Nuti kitaabicha haqaan gara keetti buufnee jirra, akka waan Rabbiin sitti agarsiiseen gidduu namootaatti murteessituuf jecha. Gantootaaf falmaa hin ta'in. 106. Rabbiin araarama kadhu. Dhugumatti Rabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaa ta'eera. 107. Isaan lubbuulee isaanii ganan irraas hin falmin. Dhugumatti Rabbiin nama akkaan ganaa dilaawaa ta’e hin jaalatu. 108. Nama irraa ni dhokatu;Rabbi irraa hin dhokatanu, inni yeroo isaan jecha irraa waan inni hin jaalanne bulfatan isaanii wajjin jira. Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaa ta'eera. 109. Dhaga'aa! Isin warri kun jireenya addunyaa keessatti isaan irraa falmitanii, Guyyaa Qiyaamaa immoo eenyutu isaan irraa falma? Yookiin eenyutu isaan irratti tiksaa ta'a? 110. Namni hamtuu hojjatee yookiin lubbuu isaa miidhee ergasii Rabbiin araarama kadhate, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta’uu arga. 111. Namni badii oomishes, kan inni isa oomishu lubbuma isaa irratti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta'eera. 112. Namni dogoggora yookiin badii oomishee ergasii nama qulqulluu isaan darbate (arrabse), inni dhugumatti cubbuufi badii ifa ta’e baateera.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute