Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
004

An-Nisa 4:161 واخذهم الربا وقد نهوا عنه واكلهم اموال الناس بالباطل واعتدنا للكافرين منهم عذابا اليما ١٦١

4:161
وَأَخۡذِهِمُ
ٱلرِّبَوٰاْ
وَقَدۡ
نُهُواْ
عَنۡهُ
وَأَكۡلِهِمۡ
أَمۡوَٰلَ
ٱلنَّاسِ
بِٱلۡبَٰطِلِۚ
وَأَعۡتَدۡنَا
لِلۡكَٰفِرِينَ
مِنۡهُمۡ
عَذَابًا
أَلِيمٗا
١٦١
Dhalas odoo dhugumaan irraa dhorgamanii jiranuu fudhachuu isaaniitiin, horii namaa karaa malee waan nyaataniif (isaan abaarre), Kaafiroota isaan irraa ta'aniif adabbii laalessaa qopheessineerra.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Some Foods Were Made Unlawful for the Jews Because of their Injustice and Wrongdoing

Allah states that because of the injustice and transgression of the Jews, demonstrated by committing major sins, He prohibited some of the lawful, pure things which were previously allowed for them. This prohibition

…

Some Foods Were Made Unlawful for the Jews Because of their Injustice and Wrongdoing

Allah states that because of the injustice and transgression of t

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 4, Page 103, Juz 6

160. Sababaa miidhaa warra yahuudomaniifi gaggaarii halaala isaaniif ta’ee ture haraama isaan irratti taasifne, sababaa isaan (namoota) baay’ee karaa Rabbii irraa deebisaniif . 161. Dhalas odoo dhugumaan irraa dhorgamanii jiranuu fudhachuu isaaniitiin, horii namaa karaa malee waan nyaataniif (isaan abaarre), Kaafiroota isaan irraa ta'aniif adabbii laalessaa qopheessineerra. 162. Garuu isaan irraa warri beekumsa gadi fagoo qabaniifi mu’uminoonni waan gara keetti bu’eefi waan si dura bu’etti ni amanu; warra salaata dhaabanin (faarsa). Warri zakaa kennaniifi, Rabbiifi Guyyaa Aakhiraattis amanan, isaan sana mindaa guddaa isaaniif kennina.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute