Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
004

An-Nisa 4:99 فاولايك عسى الله ان يعفو عنهم وكان الله عفوا غفورا ٩٩

4:99
فَأُوْلَٰٓئِكَ
عَسَى
ٱللَّهُ
أَن
يَعۡفُوَ
عَنۡهُمۡۚ
وَكَانَ
ٱللَّهُ
عَفُوًّا
غَفُورٗا
٩٩
Warra kana Rabbiin irra isaaniif dabruun nikajeelama. Rabbiin akkaan irra dabraa, akkaan araaramaa ta'eera.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Prohibition of Residing Among the Disbelievers While Able to Emigrate

Al-Bukhari recorded that Muhammad bin `Abdur-Rahman, Abu Al-Aswad, said, "The people of Al-Madinah were forced to prepare an army (to fight against the people of Ash-Sham during the Khilafah of Abdullah bin Az-Zubayir at Makkah

…

The Prohibition of Residing Among the Disbelievers While Able to Emigrate

Al-Bukhari recorded that Muhammad bin `Abdur-Rahman, Abu Al-Aswad, said, "The

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 4, Page 94, Juz 5

97. Warri haala lubbuu isaanii miidhoo ta'aniin malaykaan isaan ajjeefte, (malaykonni) “maaluma keessa turtan?” jedhan. “Dachii keessatti hacuucamoo turre” jedhu, “Sila dachiin Rabbii bal’oo hin taanee akka ishee keessa godaantaniif?” jedhan. Jarri sun qubsumni isaanii jahannami, Deebiin waa hammaatte! 98. Isaan dadhaboo malee. dhiiraa, dubartootaafi ijoollee irraakan ta’an, kan mala baafachuu hin dandeenyeefi karaa hin qajeelle (deemsa hindandeenye) (malee). 99. Warra kana Rabbiin irra isaaniif dabruun nikajeelama. Rabbiin akkaan irra dabraa, akkaan araaramaa ta'eera. 100. Namni karaa Rabbii keessatti godaane, dachii keessatti iddoo godaansaa hedduufi bal'ina argata. Namni mana isaa irraa gara Rabbiitiifi ergamaa Isaa godaanuuf ba’ee ergasii duuti isa dhaqqabe, dhugumatti mindaan isaa Rabbiratti isaa mirkanaa’e, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta'eera.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute