Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
024

An-Nur 24:25 يوميذ يوفيهم الله دينهم الحق ويعلمون ان الله هو الحق المبين ٢٥

24:25
يَوۡمَئِذٖ
يُوَفِّيهِمُ
ٱللَّهُ
دِينَهُمُ
ٱلۡحَقَّ
وَيَعۡلَمُونَ
أَنَّ
ٱللَّهَ
هُوَ
ٱلۡحَقُّ
ٱلۡمُبِينُ
٢٥
Guyyaa san Rabbiin galata (hojii) isaanii kan dhugaa guutee isaaniif kenna. Isaan Rabbiin dhugaa, ifa baasaa ta’uu ni beeku.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

A Threat to Those who accuse Chaste Women, Who never even think of anything touching their Chastity and are Good Believers

This is a warning and threat from Allah to those who accuse chaste women, who never even think of anything effecting their chastity since they are good believers. The Mothers of

…

A Threat to Those who accuse Chaste Women, Who never even think of anything touching their Chastity and are Good Believers

This is a warning and threat

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 24, Page 352, Juz 18

21. Yaa warra amantan! Tarkaanfiiwwan shayxaanaa hin hordofinaa, Namni tarkaanfiilee shayxaanaa hordofe, inni (sheyxaanni) gocha fokkataafi gocha jibbamaatti ajaja. Odoo tolli Rabbiitiifi rahmanni Isaa isin irra jiraa jiraachuu baatee, isinirraa tokkoon keessan hinqulqullaawu gonkumaa. Garuu Rabbiin nama fedhe qulqulleessa. Rabbiin dhaga’aa, beekaadha. 22. Isin irraa abbootiin tolaafi qabeenyaan (badhaadhan) firoota isaanii, hiyyeeyyiifi namoota karaa Rabbii keessatti godaananiif kennuu diduu irratti hin kakatin. Dhiifama haa godhanu; (namaafis) irra haa dabranu. Sila Rabbiin isiniif araaramuu hin jaallattanuu? Allaahaan araaramaa, rahmata godhaadha. 23. Isaan dubartoota tikfamoo, (sagaagalummaa irraa) dagatoofi mu’uminoota ta’an maqaa xureessan, addunyaafi Aakhiraattis abaaramaniiru. Isaaniif adabbii guddaatu jira. 24. Guyyaa Arraboonni isaanii, harkoowwan isaaniitiifi miilleen isaanii waan isaan dalagaa turan ragaa isaan irratti ba’an (adabamu). 25. Guyyaa san Rabbiin galata (hojii) isaanii kan dhugaa guutee isaaniif kenna. Isaan Rabbiin dhugaa, ifa baasaa ta’uu ni beeku. 26. Dubartoonni badoon dhiirota badoofi, dhiironni badoonis dubartoota badoof ta’u, Dubartoonni gaggaariin dhiirota gaggaariifi, dhiironni gaggaariinis dubartoota gaggaariifi. Isaan sun waan isaan jedhan irraa qulqulleeffamoodha. Isaaniif araaramaafi kennaa gaarii ta’etu (Jannatatu) jira.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute