Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
024

An-Nur 24:44 يقلب الله الليل والنهار ان في ذالك لعبرة لاولي الابصار ٤٤

24:44
يُقَلِّبُ
ٱللَّهُ
ٱلَّيۡلَ
وَٱلنَّهَارَۚ
إِنَّ
فِي
ذَٰلِكَ
لَعِبۡرَةٗ
لِّأُوْلِي
ٱلۡأَبۡصَٰرِ
٤٤
Rabbiin halkaniifi guyyaa gara gaggalcha, Dhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif gorsatu jira.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Power of Allah to create the Clouds and that which comes from Them

Allah tells us that He drives the clouds from the beginning, when they are formed and are still weak. This is the "Gentle driving."

ثُمَّ يُؤَلِّفُ بَيْنَهُ

(then joins them together,) means, He brings them together after they have

…

The Power of Allah to create the Clouds and that which comes from Them

Allah tells us that He drives the clouds from the beginning, when they are forme

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 24, Page 356, Juz 18

41. Ati hingarree Allaah wanti samiileefi dachii keessa jiran isa qulqulleessan. allaattiinis koola (qoochoo) isaanii diriirsanii (Isa qulqulleessan) (faarsan)? Hunduu dhugumatti, Isaaf sagaduufi Isa qulqulleessuus beekaniiru, Rabbiin waan isaan dalagan beekaadha. 42. Mootummaan samiileefi dachii kan Allaahti, Deebiin garuma Allaahti. 43. Sila ati hingarree Allaahn duumessa oofee, ergasii gidduu isaa walitti qabee, ergasii tuulamaa isa taasisuu? Sana booda bokkaa gidduu isaatii kan ba’u argita. Akkasumas samii irraa gaara ishee keessatti ta’e kan cabbii irraa ta’erraa (cabbii) buuseeti, nama fedheen isaan tuqa, nama fedhe irraas isa deebisa. Ifti hangaasuu isaa ija balleessutti dhihaata. 44. Rabbiin halkaniifi guyyaa gara gaggalcha, Dhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif gorsatu jira. 45. Allaahn wantoota lubbuu qaban hunda bishaan irraa uume, Isaan irraa warra garaa isaaniitiin deeman (looyan)tu jira, Isaan irraa warra miila lamaan deemantu jira. Isaan irraas warra (miila) afuriin deemantu jira. Rabbiin waan fedhe uuma. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute