Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
013

Ar-Ra'd 13:18 للذين استجابوا لربهم الحسنى والذين لم يستجيبوا له لو ان لهم ما في الارض جميعا ومثله معه لافتدوا به اولايك لهم سوء الحساب وماواهم جهنم وبيس المهاد ١٨

13:18
لِلَّذِينَ
ٱسۡتَجَابُواْ
لِرَبِّهِمُ
ٱلۡحُسۡنَىٰۚ
وَٱلَّذِينَ
لَمۡ
يَسۡتَجِيبُواْ
لَهُۥ
لَوۡ
أَنَّ
لَهُم
مَّا
فِي
ٱلۡأَرۡضِ
جَمِيعٗا
وَمِثۡلَهُۥ
مَعَهُۥ
لَٱفۡتَدَوۡاْ
بِهِۦٓۚ
أُوْلَٰٓئِكَ
لَهُمۡ
سُوٓءُ
ٱلۡحِسَابِ
وَمَأۡوَىٰهُمۡ
جَهَنَّمُۖ
وَبِئۡسَ
ٱلۡمِهَادُ
١٨
Isaan Gooftaa isaaniitii awwaataniif jannatatu jira. Isaan Isaaf hin awwaatin immoo, odoo wanti dachii keessa jiru hundiifi fakkaataan isaas (isaaniif argamee) silaa isaan of bitu. Warri sun isaaniif qormaata hamaatu jira. Teessoon isaaniis jahannami (Inni) afata ta’uun waa fokkataa dha!
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Reward of the Blessed and Wretched Ones

Allah mentions the final destination of the blessed ones and the wretched ones,

لِلَّذِينَ اسْتَجَابُواْ لِرَبِّهِمُ

(For those who answered their Lord's call) obeyed Allah and followed His Messenger (Muhammad ﷺ) by obeying his commands and believing in the narra

…

Reward of the Blessed and Wretched Ones

Allah mentions the final destination of the blessed ones and the wretched ones,

لِلَّذِينَ اسْتَجَابُواْ لِرَبِّ

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 13, Page 251, Juz 13

16. “Gooftaan samiifi dachii eenyu?” jedhiin. “Allaahdha” Jedhi. “Sila Isaa gaditti jaalallee lubbuu isaaniitiif bu’aas ta’ee miidhaa hin argamsiifne taasifattanii?” jedhiin. “Sila jaamaafi namni argu wal qixaatuu? moo dukkanootaafi ifnis wal qixaatuu? jedhiin. moo isaan Rabbiif shariikowwan uumama akka Isaa uumanii uumamni isaan irratti wal fakkaate godhanii? “Rabbiin uumoo waan hundaati; Inni tokkicha injifataadha” jedhi. 17. Samii irraa bishaan (rooba) buusee laggeen hanga isheetiin ni yaate; lolaanis hoomacha ol fuudhamaa baadhate; waan isaan faayaafi meeshaa barbaaduuf jecha ibidda irratti qabsiisan irraas hoomacha (xurii) akkasiitu jira. Akka kanatti Rabbiin dhugaafi soba fakkeenya godha; hoomachi goggogaa ta’ee deema. Wanti nama fayyadu immoo dachii keessa taa’a. Akka kanatti Rabbiin fakkeenya godha. 18. Isaan Gooftaa isaaniitii awwaataniif jannatatu jira. Isaan Isaaf hin awwaatin immoo, odoo wanti dachii keessa jiru hundiifi fakkaataan isaas (isaaniif argamee) silaa isaan of bitu. Warri sun isaaniif qormaata hamaatu jira. Teessoon isaaniis jahannami (Inni) afata ta’uun waa fokkataa dha!

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute