Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
013

Ar-Ra'd 13:26 الله يبسط الرزق لمن يشاء ويقدر وفرحوا بالحياة الدنيا وما الحياة الدنيا في الاخرة الا متاع ٢٦

13:26
ٱللَّهُ
يَبۡسُطُ
ٱلرِّزۡقَ
لِمَن
يَشَآءُ
وَيَقۡدِرُۚ
وَفَرِحُواْ
بِٱلۡحَيَوٰةِ
ٱلدُّنۡيَا
وَمَا
ٱلۡحَيَوٰةُ
ٱلدُّنۡيَا
فِي
ٱلۡأٓخِرَةِ
إِلَّا
مَتَٰعٞ
٢٦
Rabbiin nama fedheef hiree bal’isa; (nama fedhe) itti dhiphisa. Isaan jireenya addunyaa kanaatti gammadani. Jireenyi addunyaa jireenya Aakhiraa biratti qananii yeroo gabaabaa malee hin taane.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Increase and Decrease in Provision is in Allah's Hand

Allah states that He alone increases the provisions for whom He wills and decreases it for whom He wills, according to His wisdom and perfect justice. So, when the disbelievers rejoice with the life of the present world that was given to them, the

…

Increase and Decrease in Provision is in Allah's Hand

Allah states that He alone increases the provisions for whom He wills and decreases it for whom H

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 13, Page 252, Juz 13

19. Sila namni wanti Gooftaa kee irraa gara keetti bu’e dhugaa ta’uu isaa beeku akka nama jaamaatii? kangorfamu warreen sammuu qaban qofa. 20. (Isaan) warra waadaa Rabbii guutaniifi waadichas hin diigneedha. 21. Ammas warra waan Rabbiin akka inni maxxanfamu ajaje maxxansani. Gooftaa isaaniis sodaataniifi hamaa qormaataa sodaataniidha. 22. Isaan fuula Gooftaa isaanii barbaacha obsan, kan salaatas dhaabanii, waan Nuti isaaniif kennine irraa dhoksaniifi mul’isanii arjooman, kan waan gadhee waan gaariin deebisaniidha. Warri sun gandi boodaa isaaniif ta’aadha. 23. (Isheen) Jannata qubsumaa kan isaan ishee seenanuudha; Abbootii isaanii, niitiwwan isaanii, ilmaan isaanii irraas namni gaarii hojjate (ishee seena). Maleeykonnis balbala hundaan isaanitti seenu. 24. “Waan obsitaniif nageenyi isin irratti haa jiraatu; gandi boodaa waa tole!” (jedhu). 25. Isaan waadaa Rabbii erga jabaachuu isaatii booda diiganiifi waan Rabbiin akka fufamu ajaje kutan, kan dachii keessatti badii raawwatan, warri sun abaarsi isaaniif jira; isaaniif ganda hamaa ta’e (jahannamtu) jira. 26. Rabbiin nama fedheef hiree bal’isa; (nama fedhe) itti dhiphisa. Isaan jireenya addunyaa kanaatti gammadani. Jireenyi addunyaa jireenya Aakhiraa biratti qananii yeroo gabaabaa malee hin taane.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute