Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
013

Ar-Ra'd 13:41 اولم يروا انا ناتي الارض ننقصها من اطرافها والله يحكم لا معقب لحكمه وهو سريع الحساب ٤١

13:41
أَوَلَمۡ
يَرَوۡاْ
أَنَّا
نَأۡتِي
ٱلۡأَرۡضَ
نَنقُصُهَا
مِنۡ
أَطۡرَافِهَاۚ
وَٱللَّهُ
يَحۡكُمُ
لَا
مُعَقِّبَ
لِحُكۡمِهِۦۚ
وَهُوَ
سَرِيعُ
ٱلۡحِسَابِ
٤١
Sila akka Nuti dachii moggaalee ishee irraa hir’isaa dhufnu hin ilaalanii? Rabbiin ni murteessa; murtii isaas wanti duubatti deebisu hin jiru. Inni saffisiisaa qormaataati.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Punishment is by Allah, and the Messenger's Job is only to convey the Message

Allah said to His Messenger ,

وَإِن مَّا نُرِيَنَّكَ

`(Whether We show you) O Muhammad, part of the disgrace and humiliation We have promised your enemies in this life,

أَوْ نَتَوَفَّيَنَّكَ

(or cause you to die) before that,

فَ

…

Punishment is by Allah, and the Messenger's Job is only to convey the Message

Allah said to His Messenger ,

وَإِن مَّا نُرِيَنَّكَ

`(Whether We show you)

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 13, Page 254, Juz 13

38. Dhugumatti, Nuti si duras ergamtoota erginee jirra. Niitiiwwaniifi ilmaan isaaniif taasifnee jirra. Ergamaan tokkos yoo hayyama Rabbiitin ta’e malee mallattoo (raajii) tokkos fiduu hin danda’u. beellama hundaafuu galmeetu jira. 39. Rabbiin waan fedhe ni haqa; (waan fedhe immoo) ni mirkaneessa. Isa bira haadha kitaabaattu (Lawhal Mahfuuztu) jira. 40. Yoo garii waan ittiin isaan sodaachifnee si argisiifne (tolte). Yookiin yoo si ajjeefnes (komiin sirra hin jiru). Wanti sirra jiru geessuu qofa; qormaanni immoo Nurra jira. 41. Sila akka Nuti dachii moggaalee ishee irraa hir’isaa dhufnu hin ilaalanii? Rabbiin ni murteessa; murtii isaas wanti duubatti deebisu hin jiru. Inni saffisiisaa qormaataati. 42. Dhugumatti, warri isaaniin duraa mala baasanii jiru. Malli hundi kan Rabbiiti. Waan lubbuun hundi hojjattu ni beeka. Kaafiroonni booddeen gaariin eenyuuf akka ta’e beekuuf jiru. 43. Isaan kafaran “ati ergamaa miti” Siin jedhu. “Gidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ragummaaf Rabbiin ga’aadha. namoonni beekumsi kitaabaa isaan bira jirus" jedhi.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute