Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
055

Ar-Rahman 55:49 فباي الاء ربكما تكذبان ٤٩

55:49
فَبِأَيِّ
ءَالَآءِ
رَبِّكُمَا
تُكَذِّبَانِ
٤٩
Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

The Delight of Those Who have Taqwa in Paradise

Allah the Exalted said,

وَلِمَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ

(But for him who fears the standing before his Lord,) on the Day of Resurrection,

وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَى

(And restrained himself from the desires.) (79:40), and does not indulge nor prefer this

…

The Delight of Those Who have Taqwa in Paradise

Allah the Exalted said,

وَلِمَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ

(But for him who fears the standing before his Lor

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 55, Page 533, Juz 27

46. Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira. 47. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 48. Kan dameewwan dhedheeroo qaban. 49. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 50. Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira. 51. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 52. Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira. 53. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 54. Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’u. Fuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha. 55. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 56. Isaan keessa (dubartoota bareeda) ija isaanii (dhirsa isaanii irratti) gabaabsan, kan isaansan dura namniifi jinniin hin tuqintu jira. 57. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 58. Faayaafi burjaana fakkaatu. 59. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu? 60. Sila mindaan toltuu toltuu malee ni tahee? 61. Tolaalee Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu?

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute