Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
030

Ar-Rum 30:25 ومن اياته ان تقوم السماء والارض بامره ثم اذا دعاكم دعوة من الارض اذا انتم تخرجون ٢٥

30:25
وَمِنۡ
ءَايَٰتِهِۦٓ
أَن
تَقُومَ
ٱلسَّمَآءُ
وَٱلۡأَرۡضُ
بِأَمۡرِهِۦۚ
ثُمَّ
إِذَا
دَعَاكُمۡ
دَعۡوَةٗ
مِّنَ
ٱلۡأَرۡضِ
إِذَآ
أَنتُمۡ
تَخۡرُجُونَ
٢٥
Mallattoolee isaarraa Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuu, sana booda yeroo Inni dachii irraa waamicha tokko isin waame, yeroma san isin (awwaala keessaa) baatu.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

وَمِنْ ءَايَـتِهِ

(And among His signs) which speak of His greatness,

يُرِيكُمُ الْبَرْقَ خَوْفاً وَطَمَعاً

(He shows you the lightning, for fear and for hope,) Sometimes you fear the heavy rain and destructive thunderbolts that follow it, and sometimes you feel hope, when you see a flash of lightning,

…
وَمِنْ ءَايَـتِهِ

(And among His signs) which speak of His greatness,

يُرِيكُمُ الْبَرْقَ خَوْفاً وَطَمَعاً

(He shows you the lightning, for fear and for

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 30, Page 407, Juz 21

20. mallattoolee isaa (Rabbii) irraayyi biyyee irraa isin (abbaa keessan) uumuun. san booda isin yeroma san namoota dachii keessa faffaca’u taatan. 21. Mallattoolee Isaa irraayyi lubbuulee teessan irraa jaartiilee teessan isinii uumuun, akka gara isheetti boqottaniif jecha, gidduu keessanitti jaalalaafi mararfannaa godhe. kana keessa mallattooleetu jira. namoota xiinxalaniif. 22. Mallattoolee Isaa irraayyi Samiileefii dachii uumuun, arrabni (lugaaleen) keessaniifi bifooleen keessan waldhabuunis. kana keessa aalama hundaaf mallattooleetu jiru. 23. Mallattoolee (dandeettii) Isaa irraayyi, Hirribni keessan kan halkaniifi guyyaa, tola isaa irraa barbaaddachuun keessanis. kana keessa namoota dhagahaniif mallattooleetu jira. 24. Mallattoolee isaarraa hangaasuu isin garsiisa Akka (bakakkaa) sodaattaniifi (roobas) kajeeltaniif, bishaan samii irraa buusuufi booda isheen duutee dachii ittiin jiraachisuun. kana keessa namoota aqlii (sammuu) qabaniif mallattooleetu jira. 25. Mallattoolee isaarraa Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuu, sana booda yeroo Inni dachii irraa waamicha tokko isin waame, yeroma san isin (awwaala keessaa) baatu. 26. Wanti samiileefi dachii keessa jiru hundi kan Isaati. Hunduu Isaaf ajajamoodha. 27. Inni (Rabbiin) Isa uumiinsa jalqabu; sana booda kan isa deebisuudha. Inni isa irratti akkaan laafaadha. Dachiifi samiilee keessa sifaata ol aanaatu Isaaf jira. Inni injifataa ogeessa.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute