Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
030

Ar-Rum 30:29 بل اتبع الذين ظلموا اهواءهم بغير علم فمن يهدي من اضل الله وما لهم من ناصرين ٢٩

30:29
بَلِ
ٱتَّبَعَ
ٱلَّذِينَ
ظَلَمُوٓاْ
أَهۡوَآءَهُم
بِغَيۡرِ
عِلۡمٖۖ
فَمَن
يَهۡدِي
مَنۡ
أَضَلَّ
ٱللَّهُۖ
وَمَا
لَهُم
مِّن
نَّٰصِرِينَ
٢٩
Garuu isaan miidhaa hojjatan beekumsaan ala fedhaalee lubbuu isaanii hordofan. Nama Rabbiin jallise eenyutu isa qajeelcha? tumsitootarraa homaa isaaniif hintaane.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

A Parable of Tawhid

This is the parable Allah makes of the idolators, those who worship others besides Him and attribute partners to Him, while at the same time admitting that these so-called partners -- idols and false gods -- are enslaved to and belong to Him. In their Talbiyah (during Hajj and `Um

…

A Parable of Tawhid

This is the parable Allah makes of the idolators, those who worship others besides Him and attribute partners to Him, while at the

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 30, Page 407, Juz 21

28. (Rabbiin) lubbuulee keessan irraa fakkeenya isiniif taasise. Sila waan harki mirgaa keessan horatte (Gabroota keessan) irraa soorata isiniif kennine keessatti shariikni isin isa (sooraticha) keessatti walqixa taatanii akka lubbuulee keessan (nama gita keessanii) sodaattanitti isa sodaattan, isiniif ni jiraa? Akka kanatti namoota aqlii qabaniif keeyyattoota adda babaasna. 29. Garuu isaan miidhaa hojjatan beekumsaan ala fedhaalee lubbuu isaanii hordofan. Nama Rabbiin jallise eenyutu isa qajeelcha? tumsitootarraa homaa isaaniif hintaane. 30. fuula kee diiniif sirreessi Karaa haqaatti dabuun, Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa). Uumaa Rabbiit jijjiiruun hin taane. Santu amantii qajeelaadha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. 31. Gara Isaatti deebi’oo ta’uun (diinii Isaa qabadhaa); Isa sodaadhaa. Salaatas (haqaan) sagadaa. Mushrikoota irraa hin ta’inaa. 32. Isaan amantii isaanii gargar qoqqoodaniifi garee garee ta’an irraas (hin ta’inaa). Gareen hunduu waan isaan bira jirutti gammadu.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute