Sign in
Sign in
Sign in
Select Language
030

Ar-Rum 30:7 يعلمون ظاهرا من الحياة الدنيا وهم عن الاخرة هم غافلون ٧

30:7
يَعۡلَمُونَ
ظَٰهِرٗا
مِّنَ
ٱلۡحَيَوٰةِ
ٱلدُّنۡيَا
وَهُمۡ
عَنِ
ٱلۡأٓخِرَةِ
هُمۡ
غَٰفِلُونَ
٧
Isaan jireenya addunyaa irraa gubbuma beeku. Isaan Aakhiraa irraa immoo dagatoodha.
Continue Reading

Read Tafsir

Ibn Kathir (Abridged)

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Foretelling the Victory of the Romans

These Ayat were revealed about the victory of Sabur, the king of Persia, over Ash-Sham (Greater Syria), the adjoining partisan states of t

…

Which was revealed in Makkah

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـنِ الرَّحِيمِ

In the Name of Allah, the Most Gracious, the Most Merciful.

Foretelling the Victory o

…
More Tafsirs

Read in Context

Chapter 30, Page 405, Juz 21

1. Alif Laam Miim. 2. Roomaan injifatamte 3. Irra dhihoo dachii keessatti (injifataman). Isaanis mo’atamuu isaanii booda fuulduratti ni mo’atu. 4. Waggoota muraasa keessatti (moo’atu). ajajni duraas ta’ee boodaa kan Rabbiiti. Guyyaa san mu’uminoonni ni gammadu. 5. Tumsa Allaahtiin (gammadu). (Rabbiin) nama fedhee ni tumsa. Inni injifataa, rahmata godhaadha. 6. Waadaa Rabbii (Rabbiin beellame), Rabbiin waadaa isaa hin diigu. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. 7. Isaan jireenya addunyaa irraa gubbuma beeku. Isaan Aakhiraa irraa immoo dagatoodha. 8. Sila lubbuulema isaanii keessatti hinxiinxallanii? Rabbiin samiileefi dachii, akkasumas wantoota isaan lamaan gidduu jiranu, haqaafi beellama beekamaadhaan malee hin uumne (jechuu hin xiinxallanii?) irra hedduun namootaa qunnamtii Gooftaa isaaniitti kafaroodha. 9. Sila dachii keessa deemanii booddeen warra isaaniin duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Humnaan isaan irra cimoo turan. Dachiis qotanii waan isaan (warri Makkaa) misoomsan irra hedduu misoomsaniiru. Ergamtoonni isaaniis ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhufan. Rabbiin kan isaan miidhu hin taane. Garuu isaan lubbuulee isaanii kan miidhan ta’an. 10. Eegasii booddeen isaan hamtuu dalaganii,(adabbii) hamaa ta’e, sababa waan isaan keeyyattoota Rabbii sobsiisaniifi isheettis kan qishnaa godhan ta’aniif.

- Ghali Apapur Apaghuna

Notes and Reflections

You do not have any notes or reflections on this verse.

Notes placeholders

Stay Connected to the Quran ❤️

Short meaningful reminders to reset, reflect and stay connected to the Quran.

Read, Listen, Search, and Reflect on the Quran

Quran.com is a trusted platform used by millions worldwide to read, search, listen to, and reflect on the Quran in multiple languages. It provides translations, tafsir, recitations, word-by-word translation, and tools for deeper study, making the Quran accessible to everyone.

As a Sadaqah Jariyah, Quran.com is dedicated to helping people connect deeply with the Quran. Supported by Quran.Foundation, a 501(c)(3) non-profit organization, Quran.com continues to grow as a free and valuable resource for all, Alhamdulillah.

Navigate
Home
Quran Radio
Reciters
About Us
Developers
Product Updates
Feedback
Help
Donate
Our Projects
Quran.com
Quran For Android
Quran iOS
QuranReflect.com
Quran.AI
Sunnah.com
Nuqayah.com
Legacy.Quran.com
Corpus.Quran.com
Non-profit projects owned, managed, or sponsored by Quran.Foundation
Popular Links
Duas from the Quran
Quran Verse of the Day
Ayatul Kursi
Yaseen
Al Mulk
Ar-Rahman
Al Waqi'ah
Al Kahf
Al Muzzammil
SitemapPrivacyTerms and Conditions
© 2026 Quran.com. All Rights Reserved
Contribute